Khulafaa'u Raashidiin Guroup

Islaamummaan Faaya
koottaa haabarannuu Diin Islaamaa
Zoom keena yeroo kamuu isiniif banaadha nami barumsa feetan yeroo kamuu nu argattu namni Barumsa fedhu kamuu lakkofasa bilbilaa
00447469447847
kanaan nuqunnamaa.

12/02/2025

Umrii dheeradhaa baabaa.

10/12/2024

وَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ ۚ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُ

Guyyaan qiyaamaa waa diqqoon dhufaa hin jiru yaarabbi atumti najaa nubaasi
Zaalimni hoggaa nama miidhu waan rabbiin dagatu seha garuu rabbiin ani hindagadhu jedha waan zaalimtoonni dalagan guyyama achi buteefmalee
سبحان الله.

20/10/2024

Mee dhugaa dubbii sheekha tana laalaa wallaahi sheekhni yeroo hunda waan arge irraa dubbatu achi keessa gorsa guddatuu keessa jira
Wanni kun dhugaa lafa jiru.

17/10/2024

وَلَوْ بَسَطَ اللَّهُ الرِّزْقَ لِعِبَادِهِ لَبَغَوْا فِي الْأَرْضِ وَلَٰكِن يُنَزِّلُ بِقَدَرٍ مَّا يَشَاءُ ۚ إِنَّهُ بِعِبَادِهِ خَبِيرٌ بَصِيرٌ.

29/08/2024

Rabbiin umrii nuuf haadherressu Ijoollee tana ammas beekkumsa nuuf haadabaluufi nama hedduuf fakkeenya taatee umrii dheeradhaa ammallee bakka Hamiltan gahaa. ♥️♥️♥️❤️❤️✅️

13/08/2024

Du'aa'ii haa goonufii akka hin irraanfanne obboleeyyan islaamaa hundi keenyaa rabbiin haa birmatuuf
ابشرو يا أهل غزا وانتم الاعلون انشالله.

29/07/2024

Hojirra oolchaa gorsa sheekhaa kana dhaloonni ammaa hundi keessnuu sheekha rabbiin umrii nuuf haadherressu .♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️💯✅️

20/07/2024

Dhaama Video hardhaa kana irraa barattan yaa warra Imo
Zoom yoo dhaqxaniille barachuu baattan akka itti Baratamu dhaqaa laalaa kuni dhaamsa bareedaa itti fayyadamaa .

20/07/2024

Dhaamsa bareeda wanni kun waanum dhugaadhan jiru yeroo hedduu Imo irratti buusee jiraa jedhu yeroo dhufanii.
أعوذ بالله من الشيطان الرجيم
A'uuzuu qofa jechuuf ji'a2' hanga 3 itti fudhata Sababni isaa afaan isaa akka dura barate deema
Isarra nama jalaqabaa jiru wayya inni jalqabaa jiru akka jedhanii dafee fudhata .

Hoggaa akkana jennu hundaamiti warri rabbiin laaffiseef kan haqiiqan baratan numa jiru
Imo keessattis rabbiin isiniif haalaaffisu warri haala kana keessa jirtan .

Fakkeenya tokko ijoollee kitaaba Buluugaa waggaa 1 keessatti batte jedhiin waraqaa ragaa fudhattee nibarsiisa jettu ilaalaa
Hadiisa tokko adda baasuu osoo hin dandeenye .

Kan baratetu beeka kitaaba Buluuga hanam akka nama dhibu hadiisa adda baasun Hadiisa da'iifaafii Sahiiha namni addaan hin baafne baradhe jedhee waraqaa ragaafudhatee deemaa ?

15/07/2024

Maashaa allaah Dubartoo keenyallee dubartii akkanaa tan waan gaarii irratti mala baaftu nuuf haataasisu tan sharrii rabbiin nurraa haaqabu.
Wallaahi hedduu namatti tola waan ajaa'ibaati ❤️❤️❤️🩷🌹✅️

Address

London
SE20DY

Telephone

+447469447847

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Khulafaa'u Raashidiin Guroup posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share