08/09/2026
๐ผ๐น๐ณ (๐ผ๐๐๐๐๐๐ ๐น๐๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐๐๐๐๐ teessoo (address) marsariitii, suuraa, viidiyoo, ykn faayilii tokkoo karaa intarneetii ittiin barbaadanii fi argataniidha.
Akkuma manni tokko teessoo addaa (lakkoofsa manaa, maqaa gandaa ykn magaalaa) qabu, ragaan intarneetii irra jiru hundis teessoo addaa mataa isaa qaba, teessoon kunis URL jedhamuun beekama.
๐ช๐๐๐๐๐ (๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐) ๐ผ๐น๐ณ ๐ป๐๐๐๐๐
URL tokko yeroo baay'ee kutaalee gurguddoo armaan gadii of keessaa qaba. Hubannoo salphaaf, fakkeenya URL kanaa haa ilaallu:
[https://www.adutechnology.com/barumsa/index.html?id=1](https://www.adutechnology.com/barumsa/index.html?id=1)
1. ๐๐ง๐ค๐ฉ๐ค๐๐ค๐ก (๐๐๐ง๐ค๐ค๐ฉ๐ค๐ ๐ค๐ค๐ก๐๐): ๐๐ฉ๐ฉ๐ฅ๐จ://
Kun sirna ykn seera kompiwutarri kee fi serveriin (bakki marsariitiin sun jiru) wal qunnamuuf itti fayyadamanidha.
HTTP (Hypertext Transfer Protocol) ykn HTTPS (Secure) ta'uu danda'a. 'S'n yoo jiraate, daataan kee eegumsa cimaa (encryption) akka qabu agarsiisa.
2. ๐๐ช๐๐๐ค๐ข๐๐๐ฃ (๐ผ๐ ๐ ๐๐๐ฉ๐๐ ๐ฟ๐ค๐ข๐๐๐ฃ๐๐): ๐ฌ๐ฌ๐ฌ.
Kutaa xiqqaa maqaa domeenii dura dhufuudha. Inni beekamaan www (World Wide Web) yoo ta'u, yeroo tokko tokko blog., store., ykn support. ta'uu danda'a.
3. ๐ซ๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐ (๐ด๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐): ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kun maqaa addaa marsariitichi intarneetii iratti ittiin beekamudha. Akka maqaa dhaabbata tokkootti tajaajila.
4. ๐ป๐๐-๐ณ๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐ (๐ป๐ณ๐ซ): .๐๐๐
Gosa dhaabbatichaa ykn biyya marsariitichi itti galmaa'e agarsiisa.
Fakkeenyaaf: .com (daldalaaf/commercial), .edu (dhaabbata barnootaaf), .org (dhaabbata mit-mootummaaf), fi .et (Itoophiyaa).
5. ๐ท๐๐๐ (๐ฒ๐๐๐๐/๐ญ๐๐๐๐๐๐๐): /๐๐๐๐๐๐๐/๐๐๐
๐๐.๐๐๐๐
Marsariitii tokko keessatti fuulli ykn faayiliin barbaadde sun kutaa (folder) kam keessa akka jiru kallattiin agarsiisa.
6. ๐ท๐๐๐๐๐๐๐๐๐ (๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐): ?๐๐
=1
Mallattoo gaaffii (?) irraa eegalee kan barreeffamu yoo ta'u, odeeffannoo dabalataa gara serveriitti erguuf tajaajila (fakkeenyaaf, wanta barbaadaa jirtu filter gochuuf).
๐ผ๐น๐ณ ๐ด๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐?
Ragaa Argachuuf: Intarneetii irratti wanta biliyoonaan lakkaa'amutu jira. URL malee fuula tokko adda baasanii argachuun hin danda'amu.
=>>๐ฏ๐๐
๐๐๐๐๐๐ (๐ณ๐๐๐๐๐๐) ๐ผ๐๐๐๐๐: Fuula tokko irraa gara fuula biraatti darbuuf (click gochuun) akka salphatu taasisa.
=>>๐ต๐๐๐๐๐๐๐ (๐บ๐๐๐๐๐๐๐) ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐: URL marsariitii tokkoo ilaaluun (keessattuu https:// fi maqaa domeenii sirrii ta'uu isaa mirkaneeffachuun) rakkoo hanna ragaa (phishing) irraa of eeguuf ni gargaara.
Galatooma
Join Our Channel
Youtube ๐https://www.youtube.com/-Tech
Telegramii๐https://t.me/adutechn
Tiktok ๐ www.tiktok.com/
ยฉ๏ธAdu Technology