Nasru mohamed

Nasru mohamed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nasru mohamed, Business service, Nairobi.

07/07/2022

HIRIYAA GAARIIN WAA KUDHAN NAMAAF TAATI !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Hamtuurraa Si Qabee Toltutti Si Qajeelcha
2: Yoo Gaarii Hojjatte Gammachuu Siif Qaba
3: Yoo Ati Rakkatte Si Wajjiin Cinqama
4: Bakka Ati Hin Jirretti Toltuu Tee Haasawa
5: Utubaa Siif Ta’ee Mana Siif Ijaara
6: Ol Fuudhee Si Baatee Tabbarra Si Dhaaba
7: Kabajaa Siif Laatee Maqaa Kee Ol Qaba
8: Gammaddu Gammadee Gadditu Si Waliin Gadda
9: Dhibee Tee Hundumaaf Qoricha Siif Ta’a
10: Umrii Isaa Guutuu Si Faana Kufee Ka’a

• Rabbiin Hiriyaa Gaarii Harka wal qabattanii Jannata Wajjiin seentan isiniif haa kennuu.

• Hiriyaa akkanaa yoo qabaatte sirritti jabeeffadhu, kan faallaa kanaa ammoo irraa fagaadhu.

Barreeffama kana Dubbisaatii Share Godhaa Waliif Raabsaa.

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149

https://www.youtube.com/c/AbuNabil
05/07/2022

https://www.youtube.com/c/AbuNabil

Bagaa garaa channel kanaa dhuftaan baarumsaa garagaraa asiraa argachuu dandesan channel kanaa subscribe like share godhuu hin dagatina Matii channel kanaa ta...

Address

Nairobi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nasru mohamed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share