Muraad Qaasim

Muraad Qaasim jira jirtuu

06/04/2021

As wr wb

06/04/2021

Ashama Harka funee kabajamtoota fi Jalatamtoota Ilman Oromo Idil Addunya irrati Argamtan Nageenyi keenya Owwan bika jirtaniti isiin haa qaqqbuu!!
❤️💚❤️✓ c Asumaan warrin nati mufatan dhifama Naaf godhaaa anileen Isiini godhee jiraa

21/02/2021

yaa rabbii hayyoota keenya hidhaa nuf basii

19/02/2021

As wr wb Jira jirtu ilmaan Oromoo Bakka jirtaniti nagayaafi rahamani rabbii gudda isiniraa haa jiraatu.

Rabbii lubbu kee haa baraaruu Gumaa keenyas
13/02/2021

Rabbii lubbu kee haa baraaruu Gumaa keenyas

Yaa Rabbii Dhugaa keenya gatiin
30/12/2020

Yaa Rabbii Dhugaa keenya gatiin

30/12/2020

TOOWBAA NAMTICHA TAABOTA GABBARUU TUREE
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

👉Seenaa kana Ibnu Qudaamaatu kitaaba isaanii beekkamaa 📖 [ﻛﺘﺎﺏ ﺍﻟﺘﻮﺍﺑﻴﻦ] kan ja'amu keessatti nuuf galmeessan .

AbdulWahid Bin Zeeydii ﺭﺣﻤﻪ ﺍﻟﻠﻪ akkana je'a 👉

ﻛﻨﺖ ﻓﻲ ﻣﺮﻛﺐ ﻓﻄﺮﺣﺘﻨﺎ ﺍﻟﺮﻳﺢ ﺍﻟﻰ ﺟﺰﻳﺮﺓ ...

Markaba [Doonii]🚣 takka yaabbdheen ture.
Bubbeen fuutee gara ganda [Galaana jidduu jiru] tokkotti nu darbite. ..

ﻭﺍﺫﺍ ﻓﻴﻬﺎ ﺭﺟﻞ ﻳﻌﺒﺪ ﺻﻨﻤﺎ ...

Hogga sana ganda sana keessatti namticha [Taabota] gabbaru tokkootu ture...

ﻓﻘﻠﻨﺎ ﻟﻪ : ﻳﺎ ﺭﺟﻞ ﻣﻦ ﺗﻌﺒﺪ ؟ ...

Akki jenneen :Yaa namana maal gabbarutti jirta ?..jennaan

Gara [Taabotaa] nutti akeeknaan 👉...

:Bar namni tokko kan [Taabota] kana bocee hojjatuu danda'u nu wajjiin markaba keessa nu wajjiin jiraa , Kuni Rabbii gabbartii haqa godhatuu mitii..." jenneen ❗❗

ﻗﺎﻝ : ﻓﺎﺀﻧﺘﻢ ﻣﻦ ﺗﻌﺒﺪﻭﻥ ؟

Akki nuun je'e ;" Maarree isin maal gabbartan ?...

"Nuti [ALLAAHAAN] gabbarra ..jenneen..

ﻗﺎﻝ : ﻭﻣﺎ ﺍﻟﻠﻪ ؟؟ !!

" Allaah ;jechuun maali ?? Nuun jennaan...

ﻗﻠﻨﺎ : ﺍﻟﺬﻱ ﻓﻲ ﺍﻟﺴﻤﺎﺀ ﻋﺮﺷﻪ ﻭﻓﻲ ﺍﻻﺭﺽ ﺳﻠﻄﺎﻧﻪ ﻭﻓﻲ ﺍﻻﺣﻴﺎﺀ ﻭﺍﻻﻣﻮﺍﺕ ﻗﻀﺎﺀﻩ ..

Allaah :Jechuun;

👉 Kan sireen isaa samii keessa jirtu.

👉Kan angoon isaa dachii keessa jirtu.

👉Kan du'aafii jiraa irratti murtiin isaa dabritu...Jenneen..

ﻗﺎﻝ : ﻛﻴﻒ ﻋﻠﻤﺘﻢ ﺑﻪ ؟

Akkana tahuu maalii dhaan beeytan ?? Nuun jennaan..

ﻗﻠﻨﺎ : ﻭﺟﻪ ﺍﻟﻴﻨﺎ ﻫﺬﺍ ﺍﻟﻤﻠﻚ ﺭﺳﻮﻻ ﻛﺮﻳﻤﺎ ﻓﺎﺀﺧﺒﺮ ﺑﺬﺍﻟﻚ ..

Malaa'ikaa -irraan- ergamaa gaarii nutti ergee sana -Nuuf- odeesse ..

ﻗﺎﻝ : ﻓﻤﺎ ﻓﻌﻞ ﺍﻟﺮﺳﻮﻝ ؟

Ergamaan hoo maal hojjate ? Nuun jennaan..

ﻗﻠﻨﺎ : ﺍﺩﻯ ﺍﻟﺮﺳﺎﻟﺔ ﺛﻢ ﻗﺒﻀﻪ ﺍﻟﻠﻪ ...

Ergaa galmaan gayee ergas Rabbiin isa fuudhate [Ajjeese].

ﻗﺎﻝ : ﻓﻤﺎ ﺗﺮﻙ ﻋﻨﺪﻛﻢ ﻋﻼﻣﺔ ؟

Isin biratti maal dhiisee -Dabre ree??- nuun jennaan..

Kitaaba ergaa qabu nu biratti dhiisee kute..jenneen..

🌴Mee kitaaba sana na garsiisaa kitaabni akkanaa kuni gaarii tahuu hin ooluu...Nuun je'e...

Fuunee [Macaafa Qur'aanaa] itti finne..
Laalee: Ani kana dubbisuu hin danda'uu ...
Nuun jennaan suuraa Qur'aanas irra itti dubbifne...

Akkasumatti osoo itti dubbifnee suuraa xummurrutti imimmaan gadi Bin kute ittinaqee booye ❗ ❗
Booda...

ﻓﻘﺎﻝ : ﻳﻨﺒﻐﻲ ﻟﺼﺎﺣﺐ ﻫﺬﺍ ﺍﻟﻜﻼﻡ ﺍﻥ ﻻ ﻳﻌﺼﻰ ... ﺛﻢ ﺍﺳﻠﻢ .

''Abbaa dubbii/haasawa kanaa diduun waan hin malle...je'ee...Waytuma sana islaamummaa qabatee amane !!

👉Booda isallee of wajjiin yaabbachiifnee barnoota amantiitiifi suuraa Qur'aanaa islaamaa barsiifneen...

Wayta galgalli dhufee lafti dukkanoofte Salaata Ishaa'ii salaannee bakka hirribaa wayta nuti gadi ciifne...

ﻗﺎﻝ ﻟﻨﺎ؛ ﻳﺎ ﻗﻮﻡ ! ﻫﺬﺍ ﺍﻻﻟﻪ ﺍﻟﺬﻱ ﺩﻟﻠﺘﻤﻮﻧﻲ ﻋﻠﻴﻪ ﺍﺫﺍ ﺟﻨﻪ ﺍﻟﻠﻴﻞ ﻳﻨﺎﻡ ؟؟

Yaa ummata ! Sila Rabbiin isin na barsiiftan suni hogga halkan isa qabe ni rafaa ??

Nuun jennaan...

Lakki... ! Inni guddaadha kan ofiin dhaabatu hin rafu ...jenneen..

ﻗﺎﻝ : ﺏﺀﺱ ﺍﻟﻌﺒﻴﺪ ﺍﻧﺘﻢ ﺗﻨﺎﻣﻮﻥ ﻭﻣﻮﻻﻛﻢ ﻻ ﻳﻨﺎﻡ ؟

Dhugatti isin gabroota fokkattoota...
Rabbiin keessan hin rafuu isin ammoo ni raftanii ??

Nuun jennaan jecha isaa dinqisiifannee !!

Hogga deemnee biyya [Abaadaan] je'amtu galle hiriyyoota tiyyaan " Namni kuni akka islaamummaa seenee kaluu dhaa...jennee mallaqa walitti baafnee " Fudhuu ofiin qallabi " jennaan " Laa Ilaaha Illallaah !!...

Karaa ofii teessanii hin deemin na ooftanii...

Anaa wayta ganda galaanaan marfamte san keessatti [Taabota] gabbaruu Waan isaa asii.
.Wayta sanuu nan ergarree...Nan gannee ..

Amma erga isaayyuu beekee na ergaraa !! Nuun je'e ..

Boodarra hin turree guyyoota gabaabduu booda "Dhibamee du'utti jira " namni naan jennaan dafee dhaqee "Aboo way dhimma qabdaa waa si gargaarraa ??" jennaan...

"Kan isin fuudhee biyya sanitti natti isin fide dhimma kiyya naaf guutee jira [Bar Rabbiin baanaa] ..."!! Naan je'e je'a..!!

🌺🌺Wallaahi Rabbiin nama fedheef Numa tahaa bar...

Garuu akka inni fedhe tahuu qabda malee....

Yaa Rabbi nama akkanatti Toowbaa mijeessiteefii gaafa siin wal gayu gammachuun dimattu nu taasisi '

Aaamiin ...Aamiin...

🔸SHARE COPY wal jalaa godhaa 🔷

Address

Riyadh

Telephone

+966582662397

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muraad Qaasim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share