16/03/2023
Jiruu tekeeysatti🌷 yoo namarra⚘ jiraattallee⚘ ifgaqqabi maaliif addunyaan faraqaadha🌷 waantaateef⚘ namarraan beekkamsa qaba yookaahis namarraan🌷 qabeenya qaba jattee
Mataa🌷 ol qabattee🏖 hallayyaa sinaqa rabbiin saniifuu ati beekkamsa 🌍qabaattuus qabeenya 🌷 qabaattuus waan sirraa eegamu 🌷hiin dagatiin firraa🌷 eeguu warra akkasiirraa rabbiin nuhin godhiinnii 🌷