06/05/2024
Oduu Gammachiisaa ๐
Obbaleessi keenya Murtee Show 1 turtii waggaa 3 hin caalle keessatti hordoftoota 210k (Kuma dhibba lamaa fi kudhan)horateera๐
Achumaanuu guyyaa 3/9/2016 Sanbata xiqqaa Saatii 7:00 irratti qophii ajaa'ibaa waan qabuuf akka irraa hin hafne Obbaleessi keessan murteen isin Afeere jiraโ๏ธ๐๐
Iddoon M/Baddannoo 0.5 Nammi๐ +521912611035 WhatsApp Qofa Galatoomaa Ulfaadhaa ๐๐
Akka irraa hin hafne ๐๐