Amiir Bayan

Amiir Bayan Beksisa

28/02/2023

Dhaabbata dhaaba qabu ejjannoo qabu kan ummata isaatiif hadoodu waa malee miti kan baankii hujii gamtaa jannu ‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️

uummata keenya Booranaa hongeef saaxilamaniif 100 arjoome.
Baankichi hojjettoota isaa waliin ta’uun sona isaa hawaasaaf dhimmamuu jedhu hojiirra oolchuu isaa mirkaneessuu itti fufeera.

28/12/2022

akkas tahee silaa akkana hin tahu.
osoo akkas tahuu baadhee silaa wahiin akkana tahaa?

: meeshaa sheeyxaanni namattiin waswaasu irraahi.
Cinaacha kee jabaa beekii tikfadhu, cinaacha kee dadhabaa beekii irraa qulqullaawuuf tattaafadhu.

Sahaabaa beekkamaa rabbiin irraa haa jaalatuu isaan irraa odeeffamee SAW akkana jadhan:
"Mu'umina jabaatu laafaa caala rabbiin birattiis
irra jaalatama, Mu'umina cufa keessa garuu keeyriin ni jira, Waan si fayyadu itti bololi Rabbiin gargaarsifadhu hin dadhabin, yoo wanni ati hin jaalanne siqunnamte akkana hin jadhin: odoon akkas dalaguu baadhee wahi akkas tahaa osoon akkana dalagee silaa akkana taha, murtiin tan rabbiiti
rabbiin waan fedhe dalaga jadhi
osoon akkas tahe silaa akkana hin tahuun jachuun hujii sheexaanaati".
Hadiisa kana imaamu muslimtu gabaase.

Rabbiin mu'umina jabaa isin haa taasisu.

04/12/2022
04/12/2022
15/08/2022

𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐣𝐨𝐨

Address

Ciro
Adama

Telephone

+251903308396

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amiir Bayan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Amiir Bayan:

Share