17/04/2022
Du'aa'ii tana osoo share Gootee Aamiin jechuun najalaa
deebistee↓
= Rabbiin keeyrii Ati hojjatte hunda sirraa haa qeebalu.
= Badii Ati hojjatte hunda Rahmata isaatiin irra siif haa dabru.
= Hojii Gaarii/keeyrii hundaa hojjachuuf siif haa laaffisu
= jireenya kee kan Addunyaa irra jiraattu kanas jireenya gaarii siif haa Godhu
= yeroo Addunyaa tanarraa Galuuf kaate booddee tee siif haa bareechu (Laailaaha illallah muhammad rasuulullah jechuun siif haa Goolabu)
= Qabrii tee siif haa ibsu Galmee hujii keetii mirgaan siif haa kennu
= Gaafii tokko malee jannata sihaa galchuu
= jannata keessatti ollaa/cinnaa jaalallee keetii nabi Muhammad s.a.w () sihaa Qubsiisu
= Nama Aamiiiiin je'ee fi kan Aamiin hin jennees hunda Rabbiin haa qeebaluuf.!!!
= Nama share Godhe Ammoo Rabbiin niyyaa isaa cufa haa Guutuuf Share Share Share {}Anas naan irraanfatinaa.du'aa'ii teessaniin na dhaqqabaa jzkl
_____________