Adama Chamber of Commerce Sectorial Association

Adama Chamber of Commerce Sectorial Association Adama Chamber of Commerce and Sectoral association (ACCSA) is one of the oldest and stronge

19/05/2026
30/03/2026
Dhabuun bayyanachuu #22/11/2017Manni Maree Daldalaa fi Waldalee Seektara duula  ashaaraa magariisaa gaggeesse jiraI/A Ka...
29/07/2025

Dhabuun bayyanachuu
#22/11/2017
Manni Maree Daldalaa fi Waldalee Seektara duula ashaaraa magariisaa gaggeesse jira
I/A Kantibaa fi Qindeessaan damee dinagdee Obbo Matiwoos Soboqa Hawaasaa daldalaa walin Ashaaraa Magaarisaa ka'uun bannan.

Prezidantiin Mana Maree Daldalaa fi Waldalee Seektara Adaamaa Obbo Bayyanaa Toleraa akka jedhaniti...
Manni marichaa kayyoo isaa keessa Mirgaa fi Faayidaa Daldalaa kabachisuu
Daldala fi Investimanti Babal'isuu Dandeetii fi gahumsaa daldaltoota cimsuu Oomisha fi Tajajila beeksisuu fi Mootummaa fi Hawaasa daldalaa jiddutti Riqichaa ta'ee tajajiluudhaAkkasumaa Seektaroota Walin ta'ee Sirnaa daldalaa ammayyeessuu fi alseerummaa daldalaa dhabamsisuu keessatti hojii xiyyeeffaannon hojjetuudha. Kana cinaatti Deegarsaa tola oltumaa fi tajaajila lammummaa irraatti hirmaannaa hoo'aa taasisuu fi Hirmaachisuun gahee leencaa akka magaalaatti bahachaa kan turee yoo ta'uu guyyaa har'aas duula ashaaraa magariisaa dhaadannoo "dhaabuun bayyanachuu" jedhuun Riqicha Adaamaa Qorqorroo irraa kaase garaa Wanjii Deemu irraa biqiltuuwwan gosa gara garaa dhaabneerra jechuun akkuma tajaajila lammummaa gara garaa adda durummaan gaggeessa ture ashaaraa magariisaa bara kanaa iddoo dhabbataa nuuf kennamee dhabuu hanga kununsuuti fudhachuun hojii milka'inaa qabu akka hojechu danda'an dhamaniruu Seektaroonii qindaa'aa fi Waldalee Seektara kana keessatti gahee olaanaa kan taphatan ta'uu dhaamaniiru.

I/G Wajjira Daldalaa Obbo Xilloo Dugda akka jedhaniti Hawaasni Daldalaa Duulaa Dhabbii ashaaraa magariisaa bara kanaa milkeessuufi Iddoo dhabbataan Misoomsuun akka magaalaa keenyatti bifa qindaa'aa ta'een biqiltuuwwan gosa gara garaa waan dhaabaniif galateeffatanii Itti fufinsaan kununsii barbachisuu akka godhamu dhamaan.

22/08/2024
21/08/2024

Manni Marii Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa Adaamaa Bara 2016 Kaayyoo Dhaabbateef Kan Dhugoomsan Hojiilee Jajjaboo Raawwachuu Beeksise.

Address

Oromia
Adama
3389

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adama Chamber of Commerce Sectorial Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Adama Chamber of Commerce Sectorial Association:

Share