Fugug Transport

Fugug Transport Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fugug Transport, Business service, Finfinnee, Adama.

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Hundi, Baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) kan Waggaa 1444'tiin Nagaan Ittiin Isin Gahe❗️ ...
27/06/2023

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Hundi, Baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) kan Waggaa 1444'tiin Nagaan Ittiin Isin Gahe❗️
‼️
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች፣ እንኳን ለ1444ኛው የኢድ አል አደሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
‼️

Fugug Transport
27/06/2023

Fugug Transport

12/06/2023


11/06/2023

FUFUG DEVELOPMENT GROUP
Loading processes..
1. Fugug Bank
2. Fugug Transport
3. Fugug Import And Export
4. Fugug Insurance

10/06/2023

Fugug Bus from Yutong Company

10/06/2023

4F Coming Son


Loading Processes...

This Company The One Part Of Fugug Development Group

10/06/2023

Oduu Gammachiisaa!!!.

FUGUG_BUS''

Kabajamtoota Ummata oromoo biyyaa keessaa fi Biyy alaa jirtan hundaaf!
Akkuma beekkamu dhaabbanni keenya Fugug Transport Kan jedhamu Qaama Fugug Development Group kan ta'e Konkolaataa Deddeebisaa Ummataa Fugug YKN FUGUG BUS jedhamu sirna hundeefama Isaa irratti Bitee Hawaasa Isaatiin Tajaajiluuf Qophii kan Xumure yommuu ta'u yeroo dhiyootti haalduree jiru xumuruun konkolaataa daddeebisaa ummataa ''FUGUG BUS'' jedhamu gurgurtaa aksiyoona ummataaf ifa Yommuu goonu gammachuu guddaatu Nutti Dhagahama!!!. Diinagdee ummata keenyaa cimsuufi Utubuuf gamtaan ta'uun waliin hojjechuun dirqama.
Kanaaf hawaasni keenya hundi tumsaa fi hirmaana qooda/ Share bituun akka nu bira dhaabbattan isiniin jedha koreen dhaabbata keenya.
Hayyoonni beekkumsaan fi abboottiin qabeenya share ykn qooda bituun nu bira dhaabbadhaa/
Akkasumas namuu dandeeytii qabdaniin hirmaadhaa isiniin jenna.🙏

𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮!!!.
Fugug Transport👈

10/06/2023

FUFUG DEVELOPMENT GROUP
Loading processes..
1. Fugug Bank
2. Fugug Transport
3. Fugug Import And Export

Oduu Gammachiisaa!!!. ''Kabajamtoota Ummata oromoo biyyaa keessaa fi Biyy alaa jirtan hundaaf!Akkuma beekkamu dhaabbanni...
08/06/2023

Oduu Gammachiisaa!!!.

''

Kabajamtoota Ummata oromoo biyyaa keessaa fi Biyy alaa jirtan hundaaf!
Akkuma beekkamu dhaabbanni keenya Fugug Transport Kan jedhamu Konkolaataa Deddeebisaa Ummataa Fugug YKN FUGUG BUS jedhamu sirna hundeefama Isaa irratti Bitee Hawaasa Isaatiin Tajaajiluuf Qophii kan Xumure yommuu ta'u yeroo dhiyootti haalduree jiru xumuruun konkolaataa daddeebisaa ummataa ''FUGUG BUS'' jedhamu gurgurtaa aksiyoona ummataaf ifa Yommuu goonu gammachuu guddaatu Nutti Dhagahama!!!. Diinagdee ummata keenyaa cimsuufi Utubuuf gamtaan ta'uun waliin hojjechuun dirqama.
Kanaaf hawaasni keenya hundi tumsaa fi hirmaana qooda/ Share bituun akka nu bira dhaabbattan isiniin jedha koreen dhaabbata keenya.
Hayyoonni beekkumsaan fi abboottiin qabeenya share ykn qooda bituun nu bira dhaabbadhaa isiniin jenna.

𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮!!!.

Oduu gammachiisaa;    “haalduree  hunda xumuree hundeefama irratti argama! Fugug Transport is Loading processes... (Sadi...
07/06/2023

Oduu gammachiisaa;

“haalduree hunda xumuree hundeefama irratti argama!
Fugug Transport is Loading processes...

(Sadii bakkatti 3F)

1. Fugug Bank
2. Fugug Transport
3. Fugug Import And Export General Business

Hojiifi qabeenyi murteessaadha.

Address

Finfinnee
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug Transport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share