24/04/2016
Most of peoples are Asking what are prerequisites for membership h, considering that we are arguing for temporary to post the this requirement for membership to register he/she may required to fulfill the following requirement.
* Any one graduated,under graduate,or workers who certified by a field studies or takes any training that relates with Construction industry.
*fields it mainly comprise are civil,Architectural ,Geomatics, material eng, Geology, water Resource and irrigation eng, Urban planning, construction management,,.......any relates fields
*******************
Namooni Baayeen karaa imeeli keenaan ulagaa miseensumaaf barbaachisu nu gaafata turaniiru, kanaaf nutis gaafi kana hubachuun yeroodhaf ulaaga a/gadiii kanaan akka galmooftan issini beeksifna
*Namni gosa barnoota kamiinu kan ijaarsati dhiyaatuun waraqaa gahuumsa qabuuf kan Eebifameef,kan barata jiruuf akasumas hojatoota gosa oguma ijaarsatiin hojiira jiraan maraaf.
*Gosa Barnoota miseensi qabu isaan ijoowwan, Civil Eng,Architectural Eng,Geomatics(serveying,geodesy,specialist in GIS and remote sensing), Material Eng,Geology, water Resource and irrigation Eng,Urban planning, construction management,,.......fi Barnoota ijaarssan waliti hidhata qabaan kamiinu.
Invite your friends and Register through [email protected]
4 To Wards The best Engineering Practice in the Region.
GALATOOMA!!!