30/03/2025
Hawaasa Muslimaa Addunyaa irra jirtan hunda baga Ayyaan kabajamaa sooma hiikkatiin isin gahe jechuun Dhaabbani Amaanaa maaykiroo-faaynaansii hawwii qabu ibsa.
Dhaabanni keenya Faaynaansii halaalaa keessattii qooda isa bahachuuf gurgurtaa Sheerii bifa hoo'a taheen kan itti fufee yoo tahuu Namoonni Abbaa qabeenyummaa sheerii bitattanii mirkaneeffachuu barbaaddan isin siimmachuf balballii keenya banana tahuu gamanuma isin yaadachiisa
Ammas irra deebi'uun ummanni muslimaa baga Ayyaana Idaalfixiitin ittiin isin gahe!
Iid Mubarak!!