Gadaa Printer

Gadaa Printer Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa Printer, Business service, Adama.

Loading…..
03/02/2026

Loading…..

baga ayyaana irreechatin nun gahe jechaa   Namoota meshalee adda adda kan akka T-sherti,  baanari, fi Alaabaa barbaadan ...
23/09/2018

baga ayyaana irreechatin nun gahe jechaa Namoota meshalee adda adda kan akka T-sherti, baanari, fi Alaabaa barbaadan hundaaf akkaata fedhii fi ajaja keessaniin qulqulinaa fi gatii madalawaan hojjane kan isinif dhiheesinu yoo ta'u. Namooni meshaalee kaniin argachuu barbaadan bilbilaan nu qunamu dandeessu. qaamni ammo magaalaa Adaamaa hoteela Diree Dawa fuuldurati nu argatu.
Mana Maxxansaa Gadaa.

20/09/2018
Simannaan goota keenyaaf taasifamu yeroo hin beekamneef dheerachuu isaati. -Dheeratuus simachuu irraa uff dubatii hin de...
20/09/2018

Simannaan goota keenyaaf taasifamu yeroo hin beekamneef dheerachuu isaati. -Dheeratuus simachuu irraa uff dubatii hin debisnuu . Obsaa Gadaa Firo Imad A Fattah Hassen

18/09/2018

. Mana maxxansaa ilmaan Oromootin Oromoo tajajiluuf magaalaa Adaamaa keessati dhaabbatedha.tajajiloota maxxansan wali qabate hunda qulqulinaa fi gatii madalawwan hojjana. Page kana" like " fi " sher " gochuun akka namni keenya waan ofiit fayyadamuu biraan nuf gahaa.

Address

Adama

Telephone

0910239705

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa Printer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share