23/12/2024
Sagantaa Guddoo
Godina Harargee lixaa Aanaa Daaroo Labuu Magaalaa
Miicataatti sagantaan ajaaibaa geggeeyfamuufi.
Sagantaa tana irratti Hayyoota baayyeetu hirmaata.
Hayyoonni ulamaa’onni ,munshidoonni bifa addaatiin Afeeramanii jiru.
Qaamni hawaasaa Bal’inaan irraatti arkama.
Qophiin barbaachisu hundi xumurame.
Guyyaan isaa 12/01/2025
Wal Arkaan keenya magaalaa miicataati.