Caaltuu saanii

Caaltuu saanii kayyoon kiyya tokkummaan ummata oromoo akka sibilatti akka cimuuf Xaaruudha.

01/11/2020

Diraamaa Tplf Hojjachaa jirtu itti Godhuuf, Humni keenyaa murannoon Garasitti Imalee jira.milkii haa galaan jennaan.

01/11/2020

Osuma nu Arrabsaanii As geenyee jirra.Badhaadhinni Itti fufa,Bandaa fi Tplf nu kufu.xumura dubbiiti.

14/10/2020

Osumaa Shiftaa nuun Jedhanii, Fulduratti Tarkanfachaa jirra.

08/10/2020

nutti jabaate, yaa Rabbii Atumti nu tiiksi.

08/10/2020

Yaa Rabbi Nu gargaari.Atumti hirkoo nuuf ta,i Jabeenyaa keetiin nu moosisi.

08/09/2020

Maal balleessinee?
Oromoo taanee isiin bulchuu keenyaatuu ta,e.

08/09/2020

waan qabannuu fi Dhiifnu addaan wallaalutti jirra.

Address

Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251911075558

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caaltuu saanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share