Woyyicha Award

Woyyicha Award Akuma Waaqi keessan Woyyuu te'e, isinilleen Woyyuu te'aa!

Barnootaan Woyyooman!
09/07/2024

Barnootaan Woyyooman!

09/07/2024

Duubee Haxxiyyaa

Barnootaan Woyyooman!

Badhaasi Woyyichi bara 2016 A.L.I goota barnootaa Jaarraa 21ffaa kan te'e Duubee Haxxiyyaa-tiif kenname. BADHAASA WOYYIC...
09/07/2024

Badhaasi Woyyichi bara 2016 A.L.I goota barnootaa Jaarraa 21ffaa kan te'e Duubee Haxxiyyaa-tiif kenname.

BADHAASA WOYYICHA

2014 - Waajjira Barnootaa Aanaa Annaa Sorraa

2015 - Ismaa'el Haaj. Haasan (Kayon Mountain Coffee Farm PLC.)

2016 - Duubee Haxxiyyaa

2017 - ?

Barnootaan Woyyooman!

BADHAASA WOYYICHABadhaasa Woyyicha bara 2015 A.L.I dhaabbati daldalaa Kayon Mountain Coffee Farm PLC fudhatee jira; badh...
13/07/2023

BADHAASA WOYYICHA

Badhaasa Woyyicha bara 2015 A.L.I dhaabbati daldalaa Kayon Mountain Coffee Farm PLC fudhatee jira; badhaasicha kan fuudhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaa dhaabbatichaa kan te'e obboleessa jaalatamaa keenna Ismael Haj Hasen .

Kayon Mountain Coffee Farm PLC has received the prestigious Woyyicha award, which was presented to the CEO of the company, our beloved brother Ismael Haj Hassen.

Badhaasa Woyyicha bara 2014 A.L.I kan fudhate Waajjira Barnootaa Aanaa Annaa Sorraati. Badhaasi kun woggaa woggaan gaafa...
09/10/2022

Badhaasa Woyyicha bara 2014 A.L.I kan fudhate Waajjira Barnootaa Aanaa Annaa Sorraati.
Badhaasi kun woggaa woggaan gaafa Waxabajjii 30 kan kennamu yoo ta'u, qaamolee M/B Woyyuu woliin te'uun hawaasaaf waan guddaa gumaachan wol-dorgomsiisuun manni barumsaa Woyyuu kan badhaasuudha.

10/06/2022

WOYYICHA AWARD

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Woyyicha Award posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category