Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa/ተርቢያ የትዳር ስልጠና እና ማማከር

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa/ተርቢያ የትዳር ስልጠና እና ማማከር

Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa/ተርቢያ የትዳር ስልጠና እና ማማከር ተርቢያ, በሀገራችን የመጀመሪያ በቤተሰብ ወይም በትዳር ዙሪ?

02/03/2022

Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa ( Maatii)

➡ Bultii Horachuuf Karoorfattee Jirtaa?
Garuu Leenjii Fudhattee Beektaa?
➡ Fuutee ykn Heerumtee Jirtaa?
Garuu Rakkoo Matii Keessatti Si Mudateef Ogeessaan Mari'attee Beektaa?
Homaa Miti! Dhaabbanni Tarbiyaa, dhaabbata yeroo duraatiif biyya keenya keessatti Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Maatii ykn Gaa'elaa Onlaayiniin kennu yoo ta'u, Leenjii armaan gadii kennuuf galmee eegaluu isaa gammachuun isiniif ibsa
★ Qophaa'ina fuudhaa fi heeruma duraa
★ Filannaa kaadhimaa
★ Jireenya fuudhaa fi heeruma boodaa
★ Fala woldhabbii haadha worraa fi abbaa worraa
★ Haqa Woliinii haadha worraaf abbaa worraa
★ Namoota ykn ijoollee amala hamaa qaban fooyyessuu
★ Haala ijollee teenya qorqalbii fi Naamuusa Gaariin itti guddifachuu dandeennu fi kkf...

Hubadhaa!
Leenjiin ala Tajaajilli gorsaa kan kennamu Ustaazotaa fi Doktoroota xiin sammuutiin yommuu ta'u, isinimmoo biyyuma jirtan irraa Onlaayinii hordofuudhaan waan isin dhibe hundaaf fala argachuu dandeessu!

Galmaayuu fi Odeeffanoo dabalataa argachuuf teelegraama t.me/TarbiyaaGalmee jedhutti seenuun galmaa'uu dandeessu ykn Bilbila 0911307391/0965474305
Finfinnee, Labuu Sitraa Mool

Maatii Gaarii! Jiruu Gaariif!

Faayidaan Leenjii kanaa maali?1) Gaa'elli ykn Bultiin maal akka ta'e beekanii akka itti qophaayan 2) kaadhimaa sirrii yk...
24/02/2022

Faayidaan Leenjii kanaa maali?
1) Gaa'elli ykn Bultiin maal akka ta'e beekanii akka itti qophaayan
2) kaadhimaa sirrii ykn dhugaa akka itti filatan
3) Jaalala jidduu haadha worraaf Abbaa worraa dabaluuf
4) kabajaa fi Jaalala jidduu haadhaa abbaa fi ijollee akkasuma ijoolleef ijoollee eda'uuf
5) Digamiinsa maatii ykn xalaaqa hir'isuuf
Woluma galatti jaalalaaf wolii galtee jidduu maatii jiru fooyyessuu fi Rakko fi woldhabdee jidduu maatii jiru hanbisuudha
kuni yoo ta'e ammoo fooyya'amiinsa diinagdee, hawaasummaa fi fayyaa maatii ni dabala
t.me/tarbiyaaGalmee

MAATII GAARII = JIRUU GAARII!

Leenjii Fi Gorsa Maatii ykn Gaa'elaa Online kan kennuudha

23/02/2022

Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa ( Maatii)

➡ Bultii Horachuuf Karoorfattee Jirtaa?
Garuu Leenjii Fudhattee Beektaa?
➡ Fuutee ykn Heerumtee Jirtaa?
Garuu Rakkoo Matii Keessatti Si Mudateef Ogeesaan Mari'attee Beektaa?
Homaa Miti! Dhaabbanni Tarbiyaa, dhaabbata yeroo duraatiif biyya keenya keessatti Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Maatii ykn Gaa'elaa Onlaayiniin kennu yoo ta'u, Leenjii armaan gadii kennuuf galmee eegaluu isaa gammachuun isiniif ibsina
★ Qophaa'ina fuudhaa fi heeruma duraa
★ Filannaa kaadhimaa
★ Jireenya fuudhaa fi heeruma boodaa
★ Fala woldhabbii haadha worraa fii abbaa worraa
★ Haqa Woliinii haadha worraaf abbaa worraa
★ Namoota ykn ijoollee amala hamaa fi araada adda addaa qaban
★ Haala ijollee teenya qorqalbii fi Naamuusa Gaariin itti guddifachuu dandeennu fi kkf...

Hubadhaa!
Leenjiin ala Tajaajilli gorsaa kan kennamu Ustaazotaa fi Doktoroota xiin sammuutiin yommuu ta'u, isinimmoo biyyuma jirtan irraa Onlaayinii hordofuudhaan waan isin dhibe hundaaf fala argachuu dandeessu!

Galmaayuu fi Odeeffanoo dabalataa argachuuf teelegraama t.me/TarbiyaaGalmee jedhutti seenuun galmaa'uu dandeessu ykn Bilbila 0911307391/0965474305

Maatii Gaarii! Jiruu Gaariif!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251911307391

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa/ተርቢያ የትዳር ስልጠና እና ማማከር posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tarbiyaa Tajaajila Leenjii Fi Gorsa Gaa'elaa/ተርቢያ የትዳር ስልጠና እና ማማከር:

Share