Xayiba Hassen

Xayiba Hassen Kiyar Kemal_Official

Dafka isaa qulqullunKan humnaa fi qabeenya isaa aarsaa godhee dafka isaa qulqulluun oomishee gabaatti dhiheeysu agabee w...
19/04/2023

Dafka isaa qulqullun

Kan humnaa fi qabeenya isaa aarsaa godhee dafka isaa qulqulluun oomishee gabaatti dhiheeysu agabee warri ooyruu dafka qotee bulaatiin tolte keeysa dhaabbatee suuraa ka'u nyaatee irraa deeqifachuun abadan numa hin taane.

Oddo dubbiin gara biraatti hin ceene
Dubbii jimaa Harargee hatattamaan sirreessa.

በንፁ ላቡ

ጉልበትና ያለዉን ሀብት ሰዉቶ ነጪ ላቡን አንጠባጥቦ አምርቶ ለገበያ የምያቀርበዉ ታታርው ገበረ በረሀብ እየተቀጣ ገበረዉ በንፁ ላቡ ቆፍሮ ባለማዉ አዝመራ ውስጥ ቆሞ ፎቶ የምነሱት በልተዉ ጠግበዉ የምያገሱበት አሰራር በጪራሽ ተቀባይነት የለዉም።ነገሮች መልካቸዉን ሳይስቱ
የሐረርጌ የጫት ገበረዋች ጥያቄ በአስቸኳይ ይመለስላቸዉ።

13/10/2021

Taateen kun Booranatti, Qeerroowwan harka duwwaa jiran irratti qaama mootummaatiin raawwatame. Miila duwwaa qoraattii irra oofani, Rasaa itti roobsanii ajjeesanii, Afaanuma Oromoo dubbachaa haadhoo isaanii garajabina hamaadhaan, bifa suukanneessaa taheen ajjeesanii, ammas reeffa isaanii rasaasaan reebani.

Nama gaddisiisa. Maal qaba yoo qoraattiirra hoofuu baatanoo?!

Maal qabammoo erga ajjeesanii yoo itti deddeebi'uu baatanoo?

Maal qabammoo yoo waraabuu baatanoo?

Daangaan gara jabina dhala namaahoo eessadhaa?

Waalif godha 😥😥😥

07/09/2020

Bu'aan qabsoo Qeerroo fi Qarree keenyaa Finfinnee raasuu jalqabeera. Qeerroon Harargee boba'aa, jimaa fi Sangaa Harar sana irraa murte. Qeerroon Arsii fi Baalee qamadii fi garbuu irraa qarxam goote. Warshaan daabboo Xilaayee waan daaku dhabee afaan banee hafaa jira. Omishni xiqqaachuu irraa ummanni daabboo irratti wal fixaa jira. Qeerroo fi Qarree koo, ittuma muddaa hanga ishiin lafa geessutti!❤💚❤

30/08/2020

ኦሮሞነቴን ቲቼ በፍጹም እትዮጵያዊ ልሆን አልችልም ማንነቴን ስተከብርልኝ፤ያኔ እትዮያዊነቴን አከብራለሁ።

💪💪💪💪
18/06/2020

💪💪💪💪

Ummata Oromoo hundaaf warra yaadan. ʼnaa bira dhabatan hundumaaf galatoomaa jechaa ,  ACCOUNT baay’eetu maqaa kiyyan bana...
03/06/2020

Ummata Oromoo hundaaf warra yaadan. ʼnaa bira dhabatan hundumaaf galatoomaa jechaa , ACCOUNT baay’eetu maqaa kiyyan banamee jira .kun kan kotti .. godhaa

30/04/2020

😥😥😥

Address

Addis Ababa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xayiba Hassen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share