Anuwaar Guddataa

Anuwaar Guddataa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anuwaar Guddataa, Business service, Addis Ababa.

27/03/2024
22/01/2022

Bara barruun baayyatee
Firrinuu wal dagataa
Ormi akkamitti walbeeke?
Fiigee wol bira dhaabbata.

26/04/2021

JIRTUU?

08/04/2021

Akkam jirtan fayyadha
Sabni koo oromooni
Nidabarti yerooni
Garaan woliin jirannan
Wol nun dhowwitu tulluni
Wol garra ballinani.

13/02/2021

jirra bullee Barii arguuf
Garaa nu ballisee yaa nuhi
Yaa nuhi yaa waa erranfachu

18/01/2021

Oromiyaa jiituu
Umamaan magariitu
Biyya lagaaf burqaa
Kan habaaboon
Laliftuu.

JIRTUU ? Sabni Koo hundumtuu.
04/01/2021

JIRTUU ? Sabni Koo hundumtuu.

Jirtuu?
29/12/2020

Jirtuu?

08/12/2020

Juntaan to'atame
Kan isaaf boo'aa turemmoo
Harras boruus boo'ichi isaa ittuma fufa. Imimimmaan qooda jaraati .

Send a message to learn more

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917962034

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anuwaar Guddataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share