𝕗𝕒𝕩𝕦𝕞𝕒𝕒 𝕒𝕣𝕤𝕚

𝕗𝕒𝕩𝕦𝕞𝕒𝕒 𝕒𝕣𝕤𝕚 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 𝕗𝕒𝕩𝕦𝕞𝕒𝕒 𝕒𝕣𝕤𝕚, Business Center, Finfine, Addis Ababa.

Hundumaf
02/02/2024

Hundumaf

01/01/2023

Magaalaa Finfinneetti kan argamu mana barumsaa Afaan Oromootiin barsiisu Jeneraal Waaqoo Guutuutti barsiisonni gariin hojiirraa aryatamuu fi gariin ammoo fedhii malee bakka addaatti jijjiiramaa jiraachuu himan.

Barsiisonni mana barumsichaa OMN dubbise, dhiibbaawwan adda addaa keessaafi alaan mana barumsicharra qaqqabaa akka jiru himanii, jeequmsa tibbana manneen barnootaa magaalichatti mudate booda, bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen barnootaa Afaan Oromootiin barsiisan irratti dhiibbaa ulfaataa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsan.

Mana barumsaa Jeneraal Waaqootii qofa hanga ammaatti barsiisonni afur sababa beekamaa hin taaneen hojiirraa ittifamuu OMN odeeffate.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/20912/

21/12/2022

Address

Finfine
Addis Ababa

Telephone

+251703656542

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝕗𝕒𝕩𝕦𝕞𝕒𝕒 𝕒𝕣𝕤𝕚 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share