Bontuu Hula Qune

Bontuu Hula Qune Warri bilisummaan ganda keenya biqiltee jedhuu Xirroo nu yaadachisa

“Gameessaaf Buleessa Oromoo Mallasaa Caalaa Kaadiroonni Baakkoo fi Burraayyuu wal taatee mana hidhaa Magaala Burraayyuti...
11/07/2021

“Gameessaaf Buleessa Oromoo Mallasaa Caalaa Kaadiroonni Baakkoo fi Burraayyuu wal taatee mana hidhaa Magaala Burraayyutii baastee ajjeesisite.

Maatiin hidhamtootaa Ijoolleen keessan Burrayyutti hidhamtee jirtu ijoollee keessan hordofaa. Mallasee Caalaa waliin Ilmaan Oromoo sadiitu rashanamee Gafarsaatti gatamee bineensi nyaate. hanga ammaa eenyummaan isaanii adda hin baane.”
Via Hamzaa Mohammed

Wareegamni ati baafte sirna kana jalatti qabsoon karaa nagaa akka hin hojjenne mirkaneesse. Furmaanni hafe tokkicha tahu...
11/07/2021

Wareegamni ati baafte sirna kana jalatti qabsoon karaa nagaa akka hin hojjenne mirkaneesse. Furmaanni hafe tokkicha tahuu barsiise. Hidhaa dhiphoo keessaa baga gad baate!

artistoonni Oromoo addunyaa kanarraa jiru warri miidhaanOromoo itti dhagahamu callisnee hiraar yeroo hundahaasa’urraa, q...
02/07/2021

artistoonni Oromoo addunyaa kanarraa jiru warri miidhaan
Oromoo itti dhagahamu callisnee hiraar yeroo hunda
haasa’urraa, qabsoo Oromoo karaa hidhannoon gargaaruuf,
World Tour guca bilisummaa concert (Konsartii biyyoota gara
garaa keessatti) America, Canada , Europe Australia and
Africa qopheessuun WBOf $1,000,000 walitti qabuuf
karoorfanneera. Saganataan qophii kana dhiyootti isin
beeksifna. Yeroon yeroo teenyee imimmaan harcaasaa boonyu
osoo hin taanee xiqiin kaanee Oromoo maal gumaachuu
dandeenya jennee of gaafannee waan dandeenyu goonuudha.
Nu jabaannaan bilisummaan keenya fagoo miti, harka keenya
jira. Warri hidhateefi gurmaa’e akka moo’ate kaleessuma
arginee jirra, WBO hidhachiisuun bilisummaa keenya haa
ariifachiisnu.
Concert kan jalqaba Thursday July 29 2021 Minnesota irraa jalqaba.

OPDO fi gooftonni ishee ammas shira biraatiin dhufaa jirti. Rukuttaa Tigraayitti dhahamtetti qabattee ammas maqaa 'araar...
02/07/2021

OPDO fi gooftonni ishee ammas shira biraatiin dhufaa jirti. Rukuttaa Tigraayitti dhahamtetti qabattee ammas maqaa 'araara' jedhuun diraamaa haaraa taphachuuf qophaahaa jirti. Oromiyaa irratti nagaa buusuuf qaamni humna murteessaa qabu WBOOO dha. Inni ammoo tapha diinaa akkasii kanaan hin gowwoomfamu. Kana booda jaarmayaalee Oromoo "karaa seeraan galmaayanii" carraan isaanii hidhaa tahee fi qabsaayota muratoo bosona jiran gidduutti garaagarummaa uumuuf humni dhama'u hin milkaahu. Sun kan tahu yoo Oromoon ammas qalmaaf of qopheesse qofa. Oromoon waan darbe irraa barachuu qaba. Hidhamtoonni haa hiikamani. Kan dirree jirus hojii isaa beeka.

  እንኳን ደስ ያለን🇪🇹🇪🇹ዮሚፍ ቀጀልቻ የግሉን ምርጥ ሰዓት አስመዝግቧል። ኢትጵያዊው አትሌት ዮሚፍ ቀጀልቻ በ ኦስሎ ዳይመንድ ሊግ ዛሬ ምሽት  በተደረገ የ 3,000 ሜትር ውድድር በ 7:2...
02/07/2021


እንኳን ደስ ያለን🇪🇹🇪🇹

ዮሚፍ ቀጀልቻ የግሉን ምርጥ ሰዓት አስመዝግቧል።

ኢትጵያዊው አትሌት ዮሚፍ ቀጀልቻ በ ኦስሎ ዳይመንድ ሊግ ዛሬ ምሽት በተደረገ የ 3,000 ሜትር ውድድር በ 7:26.25 በሆነ ደቂቃ በመግባት የግሉን ምርጥ ሰዓት በማስመዝገብ በአንደኝነት አጠናቋል.

ኦሮሚያን ነፃ ለማውጣት ሁላችንም የትጥቅ ትግልን መቀላቀል የለብንም የትጥቅ ትግል ላይ ያሉ ወንድሞቻችን የተቆጣጠሯቸው ከተማዎች ላይ ሽፋን በመሆን እና ለነሱ ጥበቃ በማድረግ የሚገርም ቅንጅት...
02/07/2021

ኦሮሚያን ነፃ ለማውጣት ሁላችንም የትጥቅ ትግልን መቀላቀል የለብንም የትጥቅ ትግል ላይ ያሉ ወንድሞቻችን የተቆጣጠሯቸው ከተማዎች ላይ ሽፋን በመሆን እና ለነሱ ጥበቃ በማድረግ የሚገርም ቅንጅት መፍጠር እንችላለን ይህ ትብብር በፌስቡክ ከሚደረግ ፕሮፓጋንዳ ሁሉ እጅግ የተሻለ ነው ህዝቡ ለዚህ ሰራዊት ተገቢውን ጥበቃ እና ሽፋን መስጠት አለበት።

via ኦሮሙማ ይለምልም

Akka Abiyyi jedhetti xiqqeessee Birrii Bilyoona 100 lola Tigraayitti baase. Meeshaa waraanaa biyyattiin qabdu harki 80 a...
02/07/2021

Akka Abiyyi jedhetti xiqqeessee Birrii Bilyoona 100 lola Tigraayitti baase. Meeshaa waraanaa biyyattiin qabdu harki 80 achitti daaraa tahe. Waraanni dhume kumoota hedduu. Warshaaleen biyyattiin qabdu harki guddaa achi ture; daaraa tahe. Gabaabumatti diinagdee biyyaa laamshesse. Addunyaan gargaarsa irraa muratte. Omishni alatti ergamee doolaara ittiin argatanis hin jiru. Kanaaf sharafni alaa samii tuqe. Jireenyi qaalawe. Biyya haala kanaan daaraa godhe Abiy. Nama akkanaa kanaan ammas Kaadreen gowwoomaa jirti. Tooftaaf biyya diigaa jira jechuu hin oolan:)

Walaloo(Lyrics) Wallee Artist Galaana GaaromsaaNan geerara aariikooKan na keessaa boba’uuYoo gaalee ta’ee maleeSupheen g...
07/06/2021

Walaloo(Lyrics) Wallee Artist Galaana Gaaromsaa
Nan geerara aariikoo
Kan na keessaa boba’uu
Yoo gaalee ta’ee malee
Supheen gaachana hin ta’uu
Leenca ta'ee dhaladheen
Kodhoolleemmoo ta'aaree
Namni bakakkaa beeku
Dibbee dhaannaan na'aaree?!
Ijoollee biyya kootii,
Gugurraa mataan furaa
Eenyutu eenyuun haale
Maali hirbuun gaafa duraa
Osoo birbirsi jiruu
Maaltu faarsa migiraa?
Na nyaartullee hin na'u gonka
Dhugaa irraa maaltu na dhorka?
Eessatti kufe namni dhugaaf guule
Galgala hin tolu namni sobaaf duule!
~
Obsi daangaa darbu qaba
Harki bokkuu qabu bodees numa qaba
Natu si baata - situ of dadhaba!
Obsuufi dhoksuu koo dabuma seete
Ni beekti garaan koo akka na goote
Sibilaallee sibiilatu qara
Dhugaan namaa galgala gala...
Hadhaba cabsa inni karaa beeku
Haqatti hin dabu namni haqqii beeku
Sangaan usnaan iyyite qacceen
Beekaa riphnaan dhaadatti dawween...
Eenyutu na'aaf bubbuttaree nyaara
Keessi hin mul'atu beeki garaan dhiiraa!
~
Maaf na nyaara na hin nyaaru kanarra
Maalan aarasi hin aaru kanarra
Maalan boo'a hin boo'u kanarra
Yoo jiraanne birraa wal agarra
Yoo wal taanee moonee wal agarra!
Yaa ijoollee yaa ijoollee
Kan jenne hin oolle!
Nan gala hin jedhu namni osoo hin geenye
Fala hin argatu namni faloo hin beekne!
Dhugaan qaxxisa tiratti
Akka arge hin deemtu karaadha filatti
Gaafa ol baatu tulluudhaan mul'atti
Gowwaan hosseen karra cufa
Namni kufuu hawwe teessumatti kufa
Gara - kuteessatti dukkanni ni ifa!
Gaafa dhiiraa lubbuun haa dabartu
Eessa abbaashii silas du'a hin haftu
Gaafa giitii lubbuun haa dabartu
Erga # Haacaaluu lubbuun na hin marartu!
Wallee Addaati
https://youtu.be/dAT8rVzbpBw
# Like Share

Artist Galaanaa GaaromsaaEebbisaan Du'e jedheeYooseef Hin SodaanneYooseef Du'e JedheeUsmaayyoon Hin sodaanne.Usmaayyoon ...
07/06/2021

Artist Galaanaa Gaaromsaa
Eebbisaan Du'e jedhee
Yooseef Hin Sodaanne
Yooseef Du'e Jedhee
Usmaayyoon Hin sodaanne.
Usmaayyoon Du'e Jedhee,
Daadhiin Hin Sodaanne
Daadhiin Du'e jedhee,
Hacaaluun hin Sodaanne
Hacaaluun Du'e jedhee,
Aniis hin Sodaadhu!
Mee liinkii kana view erga gootee # Like # share qofa Tuqii
Kabaja Galaana Gaaromsaaf kennii darbi! https://
www.youtube.com/watch?v=dAT8rVzbpBw&feature=youtu.be
https://www.facebook.com/100012924120573/posts/
1109693736138087/?app=fbl
Hojii koo kan Gaafa Gara Jalqabaa San Ture

Oduu keessoo PPtti amma nu dhaqqabe ‼️Bilxiginnaan Rakkina hangana hin jadhamne keessa galtee jirti.....;1, Qoqqoobbiin ...
25/05/2021

Oduu keessoo PPtti amma nu dhaqqabe ‼️

Bilxiginnaan Rakkina hangana hin jadhamne keessa galtee jirti.....;

1, Qoqqoobbiin Visa fi Qoqqoobbiin diinagdee USA 🇺🇸 PP irra kaa'ame muddamsuu guddaa PP keessatti uumeera.
2, Abiy Ahmed erga Qoqqoobbiin Visa fi Qoqqoobbiin diinagdee sirna isaa rukutee booda muddama hamaa keessa akka galee jiru odeessi keessoon dhufu ni addeessa.
3, Caasaan PP gubbaa haga gadiitti kufaatii sirna isaanii of irratti eegaa akka jiraniis himamaa jira.
4, Raafamni siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru kanaafi Qoqqoobbiin amma irra kaa'amaa jiru kun gara United Nations fi European Union 🇪🇺 itti fufnaan Abiy rakkinni baayyataa cimaan akka isaan mudachuuf deemu beekkameera.....‼️

Sirni gabroomfataan Abiy Rocket 🚀 jalaa hin kaaneen rukutameera!! Gabroomfataan ni kufa qabsoon itti fufa.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bontuu Hula Qune posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share