๐€๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐–๐š๐ค๐ž๐ฒ๐จ ๐ƒ๐ž๐ง๐›๐ข

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐€๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐–๐š๐ค๐ž๐ฒ๐จ ๐ƒ๐ž๐ง๐›๐ข

๐€๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐–๐š๐ค๐ž๐ฒ๐จ ๐ƒ๐ž๐ง๐›๐ข ๐™ฟ๐š˜๐šœ๐š๐š’๐š—๐š ๐šœ๐š˜๐š–๐šŽ๐š๐š‘๐š’๐š—๐š ๐š๐š‘๐šŠ๐š ๐š’๐šœ ๐šž๐š—๐šŠ๐šŒ๐šŒ๐šŽ๐š™๐š๐šŠ๐š‹๐š•๐šŽ ๐š’๐š— ๐š๐š‘๐š’๐šœ ๐š™๐šŠ๐š๐šŽ ๐š’๐šœ ๐š™๐š›๐š˜๐š‘๐š’๐š‹๐š’๐š๐šŽ๐š.

20/05/2026

๐…๐ข๐ฅ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ง๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ค๐š๐š๐ซ๐๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข๐ฅ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐ญ๐ž ๐›๐š๐ค๐ค๐š ๐›๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐š๐ญ๐š ๐Ÿ๐ข๐ฅ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ก๐š๐ช๐ฎ๐ฎ ๐ช๐š๐›๐š.

That one,๐Ÿ–ฅ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน When I was in AAU! ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน
27/04/2026

That one,๐Ÿ–ฅ๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน
When I was in AAU! ๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿฅ€๐ŸŒน๐ŸŒน

Oduu sobaa qaama hin beekkamne tamsaasuun burjaajja'uun ad-maleedha .  ------------------------Mootummaa jijjiiramaa kee...
20/02/2026

Oduu sobaa qaama hin beekkamne tamsaasuun burjaajja'uun ad-maleedha .
------------------------
Mootummaa jijjiiramaa keessatti carraa dirree dimokraasii badhisuun argannee daangaan ala itti fayyadamuun kutaa hawaasa burjaajjessuun ad-malee ta'uu bira darbee seeraan kan nama gaafachiisuudha.

Maarree guyyaa hardha Oduu soba riifoormii hoggansa toora Miidiyaa nama dhunfaatiin gadi dhiifame argee namootni baay'ee nu gaafachaa jirtu.

Odeeffannoon kun dhugaa akka hin taane hubachiisuun barbaachisa ta'e waan argameef, toora Odeeffannoo qulqulluu fi hojimaata Paartii fi Mootummaa karaa eegeen hawaasa keenna biraan gahuu murteessinee jirra.

Waggoottaan muraasaaf, Riifoormii hoggansa toora Miidiyaa Mootummaatiin maxxansuu dhiisnee waan jirruuf, namootni baay'een karaa toora miidiyaa dhunfaatiin riifoormii maxxannu argaa turuun shakkii keessa nama galchuu waan hubanneef karaa kanaan hubachiisuu murteessineeti.

Kanaafuu, riifoormiin gaggeeffame jedhame kun kan Seektaroota Godina Gujiis ta'e Aanaalee Godinnicha soba ta'uu akka hubatamuuf akkasuma qaamni Riifoormii gaggeessuu immoo hojimaata Paartii eegee kan gaggeessuu ta'u bira darbee Iccitii mataa isa akka qabu beekuun barbaachisaadha.

Qaamni Odeeffannoo soba kana tamsaasuun hawaasa keenna burjajjessitanu dirree bilisummaa miidiyaa isiniif eeyyamame karaa sirrii waan namni isinirra hubachuu qabu irratti hundooftanii yoo itti fayyadamtan gaarii ta'a. Gaarii ta'u qofas miti qaroomina keessan agarsiisa. Kana ta'uu baannaan immoo si tajjabsiisuu bira darbee nama salfachiisa.

Worri miidiyaa dhunfaa maqaa garagaraatiin banatanii filannoo keessan nama arrabsuu fi odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasa keenna burjajjessitanu sirrii waan hin taaneef ofi eeggannoo taasisa.

: Koomunikeeshiinii Godina Gujii irraa

 ... Muuxannoo Fudhachuu irraa gara Muuxannoo Qooduutitti ceenee jirra.Godinni Gujii Hojii Insurance Fayyaatiin sadarkaa...
20/02/2026

...
Muuxannoo Fudhachuu irraa gara Muuxannoo Qooduutitti ceenee jirra.
Godinni Gujii Hojii Insurance Fayyaatiin sadarkaa Duraatti dhufuun Magaalaa jimmaatti Naannolee Itoophiyaa keessatti argamaniif Muuxannoo Qooduu irratti argama.
Kun injifannoo guddaadha. Tokkummaan humna.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐€๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐–๐š๐ค๐ž๐ฒ๐จ ๐ƒ๐ž๐ง๐›๐ข posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐€๐๐ข๐ฌ๐ฎ ๐–๐š๐ค๐ž๐ฒ๐จ ๐ƒ๐ž๐ง๐›๐ข:

Shortcuts

Share