Hin Dhoksu dhugaa

Hin Dhoksu dhugaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hin Dhoksu dhugaa, Business service, Addis Ababa.

29/08/2022

Dhugaaf jiraadhu

30/04/2021

Dhugaa kana beektuu

Dhalli namaa yaadni isaa akkuma bifa isaa tokko miti hundi keenya iyyuu yaada mataa keenyaa qabna maafan jedhe beektuu ?
Yeroo hedduu sabni Oromoo akkamitti akka wal qooduuf diinni 150 duraa eegalee lafa dhihee bari'u shira xaxaa bula .shira xaxan kanaanis oromiyaa keessaa bakka tokko tokkotti milkaa'ina argataniiru gaafa akkas jennu immoo guutummaatti jechuu miti warri shira diinaa ani Oromoo dha jechaa fiixaan baasu Oromoo miti Oromoon godinaan ,lagaan,loqodaan,amantaan tasumaa wal qoodee hin beeku Oromoon mana amantaa kamiiyyuu ijaaruu malee gubees,gubuus hin beeku ,Oromoo waa hubadhu kan tokko nu godhu Oromummaa keenyadha malee amantii keenya miti Kanaafuu shira diinaaf osoo bakka hin laatiin daandii waaqoo guutuu,daandii bakaree godaanaa,daandii taaddasaa Birruu ,daandii Abdiisaa aagaa daandii eebbisaa addunyaa ,daandii hacaaluu Hundeessaa qabdhuu imali ni injifattee galtaatii!

30/04/2021

Page kana like share godhaa namoonni dhugaa barbaaddan dhugaa waliin haa barbaadnu waliin ifatti haa baasnu

Address

Addis Ababa

Telephone

+251932456853

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hin Dhoksu dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share