Gezahegn Mekonen Bacha

Gezahegn Mekonen Bacha t.me/gaze0910

ራዕይ፣ሰዎች ደስተኛና የበለጠ ግልጽ ህይወት እንዲኖሩ መርዳት፣Mul’ata:-Namoonni jireenya gammachuu fi iftoominaan akka jiratan gargaaruu ህልሜ፣ህልም ያላቸው ትውልድን ማሰልጠን፣ማሳደግ እና አብረው ማደግ፣Abjuun koo፦Dhaloota abjuu qaban gargaaruu leenjiisuu,guddisuu fi wajjin guddachudha! Mul’ata=- Namoonni Gammadaa ta’ani jirenyaa milka'aa akka jiratan kolfaa fi seequun fakkeenya ta’e dhaloota milkaa’in umuu
Ergaa:- Giddugala b

ashannanaa fi waltajjii leenjii umuun namoonni lenjii ijaarsaa dhunfaa akka argatan leenjii kennuu qaamaafi Online fayyadamuun dhaloota qaromee jirenyaa garii tajajila isaa bekee akka jiratuu dandeessu
qajeelfama:- itti gaafatamummaa xiyyeeffannaa
arjummaa jalalaa dhugaa
amanamummaa
Kabajaa fi tajajilaa itti fufee kennuu

t.me/gaze0910
07/05/2026

t.me/gaze0910

25/03/2026

I got over 10 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Akka   ta'i!Aduunyaa har'a kana keessatti namni hedduun haasa'uuf fiiga malee dhaggeeffachuuf fedhii kan qabu muraasa, b...
15/03/2026

Akka ta'i!
Aduunyaa har'a kana keessatti namni hedduun haasa'uuf fiiga malee dhaggeeffachuuf fedhii kan qabu muraasa, barreessuuf fiiga malee, dubbisuuf kan hawwu muraasa kana malees namni hedduun wanta tokko ykn dubbii tokko (Ajandaan) wayii gaafa uumamu eenyutu fide bu'aan isaa maali? miidhaan isaa hoo? animmoo maal gochuun qaba? dhimmi kun na laallattaa? yoon ka'ee deebii itti kenne deebii kiyyaa online kana irratti nama meeqatu arga? kanaaf wantoota kana fakkaatan dursinee yoo of gaaffanne gaariidha maalif akkas jedhu Abboonni keenya "Haasaan keenyaan sammuun keenya madaalama." jechuun gaafa haasofnu namni haasaa keenya ilaalee dandeettii yaaduu keenya madaala tole gara mata duree kootti gaafan deebi'u akka ta'i kanan jedheef allaattiiwwaan kaan irraa wanti adda isa godhu tokko yeroo roobni roobu simbiroonni kaan bakka qubantan barbaachaaf rakkatu inni garuu burqaa bokkaa (rooba) sana kutee keessa ol ba'uun samii keessa balali'a kanaaf nutis gaafa wanta tokko agarru wanta sana lixnee borcuu osoo hin taane wanti kun na ilaallataaf na hin ilaallatu isaa adda baasuu qabna malee callisnee namni fide hunda lixnee laaquu hin qabnu burqaa duubbii sana irraa ol siqnee ilaaluu qabna! Waan dubbistaniif ! Obboleessa keessan Gezahegn Mekonen Bacha Follow Godha!

Kan si calqabsiise waaqayyoo taanaan waa'ee xumura saafi hin yaadda'in                              Dilbata gaarii my fa...
15/03/2026

Kan si calqabsiise waaqayyoo taanaan waa'ee xumura saafi hin yaadda'in
Dilbata gaarii my family
Follow me family
t.me/gaze0910

With Gezahegn Mekonen Bacha – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
15/03/2026

With Gezahegn Mekonen Bacha – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

Address

Addis Ababa

Telephone

+251910307079

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gezahegn Mekonen Bacha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gezahegn Mekonen Bacha:

Share