Abdulwaheb Hasen

Abdulwaheb Hasen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdulwaheb Hasen, Professional Networking, Addis Ababa.

Qaamoleen yaada yaadaan ijifachuu hindandeenye Lubbuu Obboleessa keenya Girmaa Yeshiixilaa galaafatan – MM Abiy AhimadFi...
27/04/2023

Qaamoleen yaada yaadaan ijifachuu hindandeenye Lubbuu Obboleessa keenya Girmaa Yeshiixilaa galaafatan – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ajjeeffamuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Obbo Girmaa Yeshiixilaatti gaddi itti dhaga’amuu ibsan.

Obbo Girmaan haaleellaa tasaa irratti raawwatameen ajjeefamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.

Qaamoleen yaada yaadaan mo’achuu hin dandeenye lubbuu Girmaa Yeshiixilaa galatafan jedhan.

Jaarraa garaagarummaan karaa nagaan furamuu danda’utti, kan yaadan adda ta’an hundi hidhannoo kaasuun finxaaalessuummaa dhumaati jedhan.

Naannawaa dhalatee guddattetti yaada nurraa adda ta’e qabaachuu hin qabu jechuun haleellaa finxaaleeyyiin raawwataniin haala suukaneessaa ta’een ajjeefamuu ibsaniiru.

Finxaaleeyyii yeroon qabsoofnee yoo hin dhabamsiisne gara dhumaatti akka nu fudhatu agarsiiftuu guddaa ta’uu mul’isa jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Shakkama ta'e kan hidhamefi shakkameera jedhe haaqumma irra amanta dhabee baqachufi dhokachu kan filaatees rabbii haa hi...
27/04/2023

Shakkama ta'e kan hidhamefi shakkameera jedhe haaqumma irra amanta dhabee baqachufi dhokachu kan filaatees rabbii haa hiikuu haa galchu.
Nageenyi yeero qabu yeroo hunda barbachisa kaneen filanno biraa hin qabne keessa nageenyi tokkofadha.

27/04/2023
26/04/2023

Rakkoo,madaa kee namatti hin imatin maalif jennaan gariin rakkoo kee haasa bashananaa godhatani kan kolfaa sigodhatu namni gariin rakkoo namaa haasaa yeroo itti dabarfatan godhatee itti sirbaa o,ola.
Yaa allaah

Isintu Jiraatee  jireenyaa Wan jiraattaniif beektanii Jiraatee wagga dheeraa Meqaa kan hin godhatin ......kan hin kennin...
29/10/2022

Isintu Jiraatee jireenyaa
Wan jiraattaniif beektanii
Jiraatee wagga dheeraa
Meqaa kan hin godhatin ......kan hin kenninin firii
Turti yeroo qofa jireenyi nama garii
Isiinif barkate isinif ha dheeressu umrii

Bilchina sammuu beekumsa
Amalaa,dandeettifi oggumma
Isiin biraa ka'ee isinif eda'ee obsaa
Uumama hundaaf laattu Ulfinaf kabaja
Kan isin nuf laatee rabbu nuu jalaata

Ijaan nuu akeek-tuu
Fuulaan barreessituu
Arrabanis dubbattuu
Qufnee bullaa hunduu
Gafaa isiin dhageenyu
Nu qallabdani sammuu
Garaa beel'ee qofaamii
Kan birmataa keessan eguu
Nu soraachuftu sammuu
Takka bullee agaabuu

Dubbii ruuhii qabduu
Jechaa tokkon itiichaa ibsituu
Onnerra dubbattani takkatti
Arraban sanyii facaaftuu
Tokko hin baduu xoolaaguu
Biqilee ija godhatee haa marguu
Dhaloota dhaloottatti seena ta'ee
Hojiin keessan haa darbuu.......

24/10/2022

Dubbiin arrabaan laafa dubbatamtee
Qalbii nama rabbin gabbaruu maratti dhukkuba taatee.

21/10/2022

Dhugumaaaaaaaa!

08/10/2022
Baqaachuun nama hin baasuu   Dhisuun nama hin ofkolchuu Dubbii namatiif jettee.......arabni nama jiraami du'aa qabritti ...
04/10/2022

Baqaachuun nama hin baasuu
Dhisuun nama hin ofkolchuu
Dubbii namatiif jettee.......arabni nama jiraami du'aa qabritti tuqaa.
Marree mal sii hima taa an hanbisee atuu beektaa.....

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulwaheb Hasen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share