Tadela Garuma page

Tadela Garuma page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tadela Garuma page, Business service, Sebeta, Addis Ababa.

M/B tokko keessatti barsiisaan ogummaa tokko daree seenee fakkii adurree fi hantuutaa walbiratti akka kaasan ajaje barat...
17/05/2026

M/B tokko keessatti barsiisaan ogummaa tokko daree seenee fakkii adurree fi hantuutaa walbiratti akka kaasan ajaje barattoonni hundi kaasanii erga ilaalchisanii booda gurbaan jarjaraan tokko adurree qofa kaasee itti fide Barsiisanis kamidharee meerre hantuunni yoo jedhuun dhugaa barsiisaa kaaseen jiraa Adurreetu nyaate malee hin jedhuun seetanii. 😁

12/05/2026

SINGER NAGAA TADESE|| GAARUMMAAF || NEW AFAAN OROMO GOSPEL SONG 2026/2018

21/01/2026

Ajaa'ibduu kana dhageessanii‼️

Ministeerri muummee Itiyoophiyaa kabajamoo Dr.Abiy Ahmed Ali hoogganaa jabaadha jechuun jajan perezidaantiin Ameerikaa Donald J. Trump.

Perezidaanti Trump gita isaanii Gibxii perezidaantii Alsiisi waliin wal-arganii hennaa mari'ataa jiranitti jecha Abdulfattah Alsiisitti ulfaatu jechuun naasisan.

Ani akka sitti dhihaadhee si beeku kanatti hoogganaa Itiyoophiyaa itti dhihaadhe beeku baadhus inni hoogganaa jabaadha jechuun leellisaniiru.

Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dubbii dhimma Hidha Haaromsaa Laga Abbayyaa irra deebiin kaaseen Itoophiyaan "h...
21/01/2026

Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dubbii dhimma Hidha Haaromsaa Laga Abbayyaa irra deebiin kaaseen Itoophiyaan "hidhaa bishaan dhaabu" Laga Abbayyaarratti waan ijaarteef "furmaata itti gochuun qaba" jedhe.

Tiraamp kana haa jedhu malee garuu Hidhaan Laga Abbayaa yaa'a bishaanichaa akka hin hir'isneefi innumaattuu bifa wal qixxaateen akka deemu taasisuu isaa Itoophiyaan irra deddeebiin ibsiti.

Tiraamp haasaa waggaa tokkoffaa gara aangootti deebiye ilaalchisuun taasiseen, ''osoo gidduu seenee dubbii hammaataa dhufe hin tasgabbeessinee Itoophiyaa fi Masiriin dhimma hidhaarratti wal loluuf turan," yoo jedhu dhaga'ameera.

Itti dabaluunis, waldhibdeen kun ammas taanaan hojii dabalataa barbaada jedhe.

"Hidhaa yaa'a bishaanii laga xiqqaa Naayil jedhamurraa dhufu dhaabu Itoophiyaa keessatti ijaaran," jedhe Tiraamp.

"Ani yeroo hunda Naayil akka Masirii keessa ta'ettin yaada. Naayil piraamidoota waliin bareeda. Isaan garuu ni hidhan," jedhe.

Akka Pirezidant Tiraamp jedhu Lagni Abbayaa Masirii keessa qofa miti. Ka'umsi bishaan kanaafi lageen Abbayatti yaa'anii guddisan Itoophiyaa keessa. Kana malees, bishaan Laga Abbayaa harki 85 Itoophiaarraati.

Uummanni Itoophiyaa mee maal jeettu yaada kanarratti
የአሜሪካው ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ የናይል ህዳሴ ግድብን ጉዳይ በድጋሚ ገልጸው፣ ኢትዮጵያ በናይል ላይ "ውሃ የሚያስቆም ግድብ" እንደገነባች እና "መፍታት አለብኝ" ብለዋል።

ትራምፕ ቢናገሩም፣ ኢትዮጵያ የናይል ግድብ የውሃ ፍሰቱን እንዳላቀነሰ እና በምትኩ እንዲፈስ እንዳደረገች በተደጋጋሚ ስትናገር ቆይታለች።

ትራምፕ በአንደኛ ዓመት የልደት ንግግራቸው ላይ "ኢትዮጵያ እና ግብፅ በግድቡ ዙሪያ ይጣሉ ነበር" ብለዋል።

ትራምፕ በአንደኛ ዓመት የልደት ንግግራቸው ላይ "በግድቡ ላይ ጣልቃ ገብተው ሁኔታውን ባያረጋጉ ኖሮ ኢትዮጵያ እና ግብፅ ይጣሉ ነበር" ብለዋል።

ግጭቱ አሁንም ተጨማሪ ስራ እንደሚፈልግ አክለዋል።

"ከናይል ወንዝ የሚወጣውን የውሃ ፍሰት ለማስቆም በኢትዮጵያ ግድብ ገነቡ" ሲሉ ትራምፕ ተናግረዋል።

"ሁልጊዜም የአባይ ወንዝ በግብፅ እንዳለ አስቤ ነበር። አባይ በፒራሚዶቹ ውብ ነው። ግን ይገድበዋል" ብለዋል።

እንደ ፕሬዝዳንት ትራምፕ ገለጻ፣ አባይ በግብፅ ብቻ አይደለም። የዚህ ውሃ እና ወደ አባይ የሚፈሱት ወንዞች መነሻ በኢትዮጵያ ነው። ከዚህም በላይ 85 በመቶ የሚሆነው የናይል ውሃ የሚመጣው ከኢትዮጵያ ነው።

ስለዚህ አስተያየት ምን ያስባሉ?

14/01/2026

33.5K likes, 1291 comments. “Vote me 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 MUL ”

Address

Sebeta
Addis Ababa

Telephone

+251921089399

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tadela Garuma page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share