Keenyaa Fashion

Keenyaa Fashion Join the luxury club with us
Order anything, we'll make it happen 😎

19/01/2026
24/12/2025
Namichi suura irratti argitan kun mr. Sahi jedhama. daldalaaf jecha biyya DUBAI deemuuf qarshii kuma shan (5,000) liqeef...
18/10/2025

Namichi suura irratti argitan kun mr. Sahi jedhama. daldalaaf jecha biyya DUBAI deemuuf qarshii kuma shan (5,000) liqeeffachuuf gara baankii deeme.

Manaagerri baankichaas qarshii liqeeffachuuf ( collateral) mana ykn konkolataa qabsiisuu akka qabu itti hime.
Namichi kunis qarshii kana liqeeffachuuf konkolataa (Mercedes Benz S class) qarshii Miiliyoona kudha shaniin bite qabsiisuuf fidee akka dhufe fi konkolatichas baankicha fuuldura dhaabee akka jiru itti hime.

Manaagerri baankichaaas konkolataa kana erga ilaalee boodee qarshii kuma shanan namicha kanaaf akka liqeefamuuf murteessan. .

Hojjattoonni baankichaa hundis namichi kun konkolataa qarshii miiliyoona kudha shanii kanaan qarshii kuma shan liqeeffachuuf yeroo gaafatu baayyee isaan hajaa'ibee namichatti kolfaa turan.

Erga qarshii isaa liqeessaniifii booddee konkolataa namichaa kanas gara mooraa baankichaa seensisanii dhaaban.

Abbaan konkolataa kunis ji'a tokko booddee dubai deemee erga deebi'ee qarshii liqeeffate kuma shananii fi dhala isaa immoo qarshii 150.41 kaffallee konkolataa isaa fudhate.

Manaagerri baankichaas baayyee gaaffii itti taanaan namicha kana akkas jedhee gaaffii gaafate:- lakkofsa herrega baankiikee yeroo ilaallu ati nama baayyee sooressa (millionaire) dha. Maaliif qarshii xiqqoo kana konkolataa baayyee gati jabeessa kana qabsiiftee liqeeffattee? Jedhee gaafate!

Namichi kunis akkas jedheen :- Osoon konkolataa koo ji'a tokkoof akka namni naaf eeguuf kiraa kennee deemeera ta'ee ykn (parking) godheera ta'ee ji'a tokkoof namni qarshii 150.41n naaf eegu hin jiru kanaafin liqeeffadhe jedheen jedhama.

Madda:- The Great Africa.

The Oromo are part of the Cush*tic peoples, who belong to the Afroasiatic language family. Their closest related nations...
21/09/2025

The Oromo are part of the Cush*tic peoples, who belong to the Afroasiatic language family. Their closest related nations are other Cush*tic-speaking peoples mainly in the Horn of Africa. Here are the main ones:

Somali people – culturally and linguistically close, also Cush*tic.

Sidama people – another Cush*tic group in southern Ethiopia.

Afar people – Cush*tic group living in Ethiopia, Djibouti, and Eritrea.

Beja people – living in Sudan and Eritrea, also Cush*tic.

Agaw peoples – Cush*tic-speaking communities in Ethiopia.

Konso people – southern Ethiopia, Cush*tic group.

Saho people – Eritrea and Ethiopia.

In a broader sense, all these nations share cultural, linguistic, and historical roots with the Oromo.

Ethiopia with ancient ties to the Oromo and other Cush*tic peoples.

Konso People – In southern Ethiopia, the Konso share Cush*tic roots and cultural traditions connected to the Oromo.

Saho People – Living in Eritrea and northern Ethiopia, the Saho are another Cush*tic-speaking group with cultural and linguistic similarities to the Oromo.

In conclusion, the Oromo nation is part of a wider Cush*tic family that includes the Somali, Sidama, Afar, Beja, Agaw, Konso, and Saho peoples. Together, these nations form a rich cultural and historical network that connects communities across Ethiopia, Eritrea, Djibouti, and Sudan.

The Oromo belong to the Cush*tic branch of the Afroasiatic family. Beyond the Horn, their distant relatives are other Afroasiatic peoples across Africa. While they are not as close as Somali, Sidama, or Afar, they still share ancient linguistic and cultural roots.

Here are some:

Hausa people (West Africa – Nigeria, Niger, Ghana, etc.)

The Hausa speak an Afroasiatic language (Chadic branch). Though not Cush*tic, they are part of the wider Afroasiatic family that also includes Oromo.

Berber peoples (North Africa – Morocco, Algeria, Tunisia, Libya, Mali, Niger)

The Berbers (Amazigh/Imazighen) speak Berber languages, another branch of the Afroasiatic family. They are distant relatives of the Oromo.

Egyptians (North Africa – Egypt)

The ancient Egyptian language is also part of the Afroasiatic family, linking Egyptians distantly to the Oromo. Modern Egyptians mainly speak Arabic (Semitic branch), but the Afroasiatic connection remains.

Tuareg people (Sahara region – Mali, Niger, Algeria, Libya, Burkina Faso)

A Berber-speaking nation, related through the Afroasiatic family, though geographically far from the Oromo.

Chadic peoples (Central and West Africa – Nigeria, Chad, Cameroon)

Besides Hausa, other Chadic-speaking groups (like Kotoko, Bura, etc.) are also part of the Afroasiatic family tree.

✅ In summary: Outside the Horn of Africa, the nations most related to the Oromo are the Berbers (North Africa), Tuareg (Sahara), Hausa (West Africa), Egyptians, and other Afroasiatic-speaking groups.

17/09/2025
07/09/2025


Kf
12/06/2025

Kf

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keenyaa Fashion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Keenyaa Fashion:

Share