Waldaa Abdii Boruu

Waldaa Abdii Boruu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Abdii Boruu, Business service, Addis Ababa.

Green Legacy For Next Generation!!!
14/07/2024

Green Legacy For Next Generation!!!

Jirra jirtuu omishni bonee bara kanaa adduma milkoofnan baranuma!!!
26/06/2023

Jirra jirtuu omishni bonee bara kanaa adduma milkoofnan baranuma!!!

Nagaaf jaalalli Waaqayyoo isiniif yaa baayatu akkam jirtu alaa manni sa'aa Namni keessan nagaadha! Jiruu jireenya hin tu...
12/06/2022

Nagaaf jaalalli Waaqayyoo isiniif yaa baayatu akkam jirtu alaa manni sa'aa Namni keessan nagaadha!
Jiruu jireenya hin tuffatanii jirra har'a geenye. Copxoo irratti fanxoo akkuma jedhame jiruu qonnaan bulaa bara kanaa irratti gatii xaa'oo baranaa uuuuff!!!

Jirra jirtuu  Miseensotaaf hordoftoota Waldaa keenya  misooma jallisiin wal  qabannee banne  jajjabaadha hiyyummaa badha...
28/03/2021

Jirra jirtuu Miseensotaaf hordoftoota Waldaa keenya misooma jallisiin wal qabannee banne jajjabaadha hiyyummaa badhaadhinaan moonet wall agarraa!!!

Nagaan Waaqayyoo isiniif yaabayatu miseensonnii fi jaalattoonni Waldaa kana jirtuu!! Dhiifama sababa Duula haama kanaaf ...
07/12/2019

Nagaan Waaqayyoo isiniif yaabayatu miseensonnii fi jaalattoonni Waldaa kana jirtuu!! Dhiifama sababa Duula haama kanaaf hojiin walqabannee badne! Amma haama Kanas gaggabsaa jirra roobni yeroo isaa hin eegganne naannoo keenyatti rakkoo hammatas geessisuu baatu qonnaan bulaan sodaa hamaa waan qabuuf hundeen bu'uura jiruuf jireenya saba keenya qonna irratti waan hundaa'eef midhaan faca'ee jiru maasii qonnaan bulaa irratti argamnee sassabbii taasisaa jirra!!

08/09/2019

Harka Fuune jaalatamtootaaf kabajamtoota Miseensota Waldaa Abdii Boruu kan taatan hundi keessan biyyaa keessaaf ala kan jirtan yaadaaf wantoota hundaan waldaa kana waliin kan jirtan baga dukkana gannaa irraa gara booqa birraatti nagaan baatan jecha barri haaran kun kan jaalalaa, gammachuu, eebbaaf badhaadhinaa akka nuuf ta'u haawwii keenya isinii ibsina.

10/05/2019
Jirra jirtuu miseensonniif jaalattoonni Waldaa kanaa eessa baddan hin jedhinaa wal'aansoo hojiirra turre Deemsi keenya s...
18/03/2019

Jirra jirtuu miseensonniif jaalattoonni Waldaa kanaa eessa baddan hin jedhinaa wal'aansoo hojiirra turre
Deemsi keenya suutuma duubatti hin deebinu dhugadhan, hidhannoon hojjenna nibiraa hin hafinaa nu duuka socha'a jenna nutooo!!!!!

07/01/2019

Miseensonnii fi jaalattoonni Waldaa kanaa biyya keessaaf ala akkasumas iddoo garagaraa jirtan baga guyyaa dhaloota Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe.
Ayyaanichis kan gammachuuf eebbaa kan jaalalaaf badhaadhinaa isiniif yaata'u jechaa ayaana kana yeroo kabajjaan warra beela'an nyaachisaa, rakkataa gargaara, dhibamaa gaafachaa, hojii qulqullumaa ayyanichaan wal simatu hojjechaa dabarsaa malee akka warra dadhaboota ciisichaan, nyaataaf dhugaatii akkasumas sirbaa fi dhiichisaan hin dabarsinaan dhaamsa Waldaa teenyati.
Waldaan teenya balbala ishee banattee foolii ayyaanaan urgooftee warra gara ishee dhufan daadhii ayyana unachiisa ofitti fudhachuuf qophii ishee xummurteetti koottaa koottaa.....wajjin hojjechaa sooramnaaaaa
Ayyaana Gaarii!!

Qoonni akkuma utubaa addunyaa kanaa ta'e tokkummaan, qindoominni, jaalalli, walirraa hir'achuurra walitti ida'amuun, kop...
05/12/2018

Qoonni akkuma utubaa addunyaa kanaa ta'e tokkummaan, qindoominni, jaalalli, walirraa hir'achuurra walitti ida'amuun, kophaa fiigurraa waliin hojjechuun, kophaan nyaadharra waliin nyaachuun, anatu beekarra waliin beeknan, anatu fudhataarra waliin fayyadamnaan fi k*k fakkatan addunyaa tana jijjiiruuf waan filannoo hin qabneedha.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Abdii Boruu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share