Baradaa Coffee Exporter

Baradaa Coffee Exporter Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baradaa Coffee Exporter, Business Center, Addis Ababa.

Thank You for serving  UragaNet Coffee Plantation & Export PLC is always at the heart of it's people! We are here to ser...
23/08/2024

Thank You for serving

UragaNet Coffee Plantation & Export PLC is always at the heart of it's people! We are here to serve the society we born in & from at any cost!

 , Guji, Uraga
23/08/2024

, Guji, Uraga

Martinuu Toleeraa jedhama. Barataa Yuunivarsiitii Amboorraa gosa Barnoota 'Accounting & Finance' dhaan korsii 52 fudhate...
09/07/2024

Martinuu Toleeraa jedhama. Barataa Yuunivarsiitii Amboorraa gosa Barnoota 'Accounting & Finance' dhaan korsii 52 fudhatee hunda isaa A+ tumure. Akkuma maqaa isaa martinuu toleeraaf.

03/07/2024

Cimtee hujannaan addunyaan si badhaasu'uuf qophii! Sometimes the world is fair!

09/06/2024



Sabni bilisoome kan jedhamu yoo Afaan ifiitiin barate, Waaqa ifii ittiin Waaqonfate, siyaasaafi dinagdee yoo ittiin hojjate kkf, jedhan. Kana kan kaaseef Konsartiin "Dilbii Galataa" jettu sun akka salphaatti asiin waan hin baaneef ija hafuuraa qofaan ilaallee bira kutuun hin tahu. It means a lot!

05/06/2024

Qanxiyyeen hujii hin beenne barandaa ormaa teettee suuraa namaa maxxansiti.

31/05/2024

Worri Waaqa hin sodaanne ni badan!

እግዚአብሔርን የማይፈሩ ይጠፋሉ!

23/05/2024

"Saba ofii gananii kabajni hin jiru"! Jawar Mohammed

Dr. Birhanu M Lenjiso, jirtuu?

20/05/2024

Amerikaa likkii galchuuf dargaggoo miliyoona 10 gara bosona Amerikaatti erguu qabna!

08/05/2024

Yoo lafa qabsiisan taate haasaya Muummee jaaladheera! Mootummaan garaa baldhachuu qabna!

21/04/2024

Gaafa ati jijjiiramaaf fiigdu kan gufuu sitti tahu orma caalaa worra! Maaniif garuu?

18/04/2024

Doolaara 6,050,000 Qeesii tokkotti sochoosa taanaan nuuti duri karaa banne jechuu!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251911593684

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baradaa Coffee Exporter posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share