Qeerroo Hojii Barbaadduuf

Qeerroo Hojii Barbaadduuf Haqa

Dhugaa Iyyesuus jarri kun ni du'u.RIP
03/01/2021

Dhugaa Iyyesuus jarri kun ni du'u.RIP

Duuti tokkoffaa jenne sun kunootti.Du'a Isa 2ffaa YESUUS nama haa oolchu.
25/12/2020

Duuti tokkoffaa jenne sun kunootti.Du'a Isa 2ffaa YESUUS nama haa oolchu.

Ergan gaafa dhaladhee nama IYYEESUUS KIRISTOOS tuffate akka Adanech Abebe hin argine.Arguuf jirtu dhume ishii baayeen ga...
23/12/2020

Ergan gaafa dhaladhee nama IYYEESUUS KIRISTOOS tuffate akka Adanech Abebe hin argine.
Arguuf jirtu dhume ishii baayeen gaddeef....Rip!
Waa'ee namoota aanga'ootaa fi bebbeekamoo dubadhee waan hin taane jiraa? Erga ta'ee postichan deleted godhe malee.

Dhimma Adaanech Abeebee tanas Screen shot godhaa kaayadhaa waan isiin taatu arguuf jirtu.Baayeen gaddeef.Abidda hin dhaamnee fi du'a 2ffaa irratti of darbatte.I'm sorry😥😥😥😥

Kunootti.Jaartiin kun har'a qomcoota waaggaa 150 maqaa amantiitiin lafa Oromoo samaa turan xiqaate jettee   jaan meedaa ...
17/12/2020

Kunootti.Jaartiin kun har'a qomcoota waaggaa 150 maqaa amantiitiin lafa Oromoo samaa turan xiqaate jettee jaan meedaa sibaa qidusootaaf laatte.

Amma dhugaa dubbachuuf jarri kun maqaa amantiin daldaalaa akka jiran Adaanachi hin beektuu? Isiin nama wangeela fi Yesuus beektu mitii? Maaf osoo argituu afuura ergamti?Cubbuu guddaa kana osoo beektuu eenyuun sodaatetti hojjete laata? Arguuf jirtu osoo argituu abidda boba'u haammatttee ciisaa jirti.
Jaartiin kun yoo fira qabaatte akka gorfatanii itti himaa🤔

Abiy Ahmedii fi Adaanech Abeebe ajjeesuuf afuurri isaan keessa jiru  #666 haal duree mijeessee xumureera.===============...
15/12/2020

Abiy Ahmedii fi Adaanech Abeebe ajjeesuuf afuurri isaan keessa jiru #666 haal duree mijeessee xumureera.
=================/=/========
Dhuguma Dhugaan isiniin jedha warri fira isaanii taatan itti himaa post kanas godhaa, tuffiin isaan is jiraataa aangoo kanatti isaan fideef qaban isaan ajjeesuufidha.Raajota sobduu haammattanii of dagataniiru.Akkuma Argaa turtan waannin dubadhe oolee hin beeku.Arguuf jirtu godhaa kaayyadhaa.

Guyyaa 3 giduutti yoo hin deebine fi ni du'u.

Daa'maafi Mootummaa Mucaa xiqqoo 1tu TV ilaalaa osoo jiruu, jecha    jedhu dhaga'eetu, hiika isaa baruu fedhe. Abbaa isa...
13/12/2020

Daa'maafi Mootummaa

Mucaa xiqqoo 1tu TV ilaalaa osoo jiruu, jecha jedhu dhaga'eetu, hiika isaa baruu fedhe. Abbaa isaatiin, maali? jedhee gaafateen. Abbaanis, , Ani mana kanaaf prezedaantii dha. Haati kee bakka buutuu ummattootaati. Hojjettuun keenya kaabinee dha. Ati ammoo uummata dha. Obboleettiin kee quxisuun dhaloota egereeti! Hundi keenya ammoo jedhamna! jedhee ibseef. Borumtii isaa mucichi mana barumsaa deemuuf ganamaan ka'ee warra manaa waamuu eegale. Nama jalaa owwaatu dhabe. Eessa akka dhaqan ilaaluuf gola ciisichaa yoo seenuu, haati dhukkubsattee kophaa rafaa jirti. Mana nyaata itti qopheessan seennaan, hojjattuu fi abbaan isaa wal hammatanii waan biraa dalagaa jiru. Gorduuba gaafa dhaqu, obboleettiin isaa ni boossi. Mucaanis, Akkas jedhe: prezedaantiin kaabinee raasa, bakka buutuun uummattootaa hirriba keessa jirti. Dhaloonni egeree ni boo'a ! UUMMATA NAMNI QUBA QABUYYUU HIN JIRU . Jedhe jedhama. Baacoo oromoo kanan dubbise irraa Kan fuudhame

11/12/2020

Waan haaraan ta'uuf jira.Guyyaa 2 booda booda.

10/12/2020

Yaa Oromoo maalan siif godharee waaqa kee Kadhadhu tapha guddaatu sirratti deemaa jira.

01/12/2020

Amma gareen fi #666 ni foo'ama.END WORLD!

Iyyesuus nama namni gate fuudhee furmaata taasisa.Injifannoon kan IYYEESUUS kan ergama fudhate L/J Baacaa Dabaleetti.Baa...
28/11/2020

Iyyesuus nama namni gate fuudhee furmaata taasisa.Injifannoon kan IYYEESUUS kan ergama fudhate L/J Baacaa Dabaleetti.

Baacaan Goota Nama IYYEESUUS isa filatedha.

Namni tokko siyaasa Oromiyaa keessatti har'a dhalate.iliililililii.............Gurbaa kana keessa dhugaa xiqqoo tokkotu ...
27/11/2020

Namni tokko siyaasa Oromiyaa keessatti har'a dhalate.iliililililii.............

Gurbaa kana keessa dhugaa xiqqoo tokkotu jira.Kana booda isatu bakka guddaa ga'a.Kaabinoota Oromiyaa, paartii siyaasaa Oromiyaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaatti warra ofiin jedhan caala isatu Oromiyaatti injifata.Arguuf jirtu.

fi godhaa sa'aatii muraasa booda postichi ni bada waan ta'eef.

17/11/2020

Dhigaa wayiitu jira. jedhama.Barri #666 darbeera.Anatu biyya Adunyaa bulcha kanarra Abbaa koo Iyyesuus waliin.Arguuf jirtu.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Hojii Barbaadduuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share