LÆtìì Õrø Mæñ

LÆtìì Õrø Mæñ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from LÆtìì Õrø Mæñ, Business service, Amboo shewa Ethiopa, Ambo.

An hin beekuHin hubanneeSi qabu jedheesHin dubbanneeAfaaniin ta'eeFunyaan kooGogaas ta'uWaa tokkooUlaa kamiinAkka seenee...
19/12/2022

An hin beeku
Hin hubannee
Si qabu jedhees
Hin dubbannee

Afaaniin ta'ee
Funyaan koo
Gogaas ta'u
Waa tokkoo

Ulaa kamiin
Akka seenee
Balbalas ta'u
Abba banee

Nan gaafanne
Naaf karra banii
Seenuu isa qofan
Arge anii

Ni faca’ee
Firii baasee
Nan soradhe
haharcaasee

Mana koo keessatti
Ijaarrattee mana
Kee na godhattee
Garba keetu ana

Anis
Huruurseen eega
Obaasee bishaanii
Afaan kaa'een laata
Hin beelessu midhaanii

Atis akkuma seentee
Buraaqqiti jiraadhuu
Jiruun kiyya keetii
Na waliin hirmadhuu

Address

Amboo Shewa Ethiopa
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when LÆtìì Õrø Mæñ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share