10/01/2023
Mootummaan waraana guddaa Oromiyaatti bobbaasaa akka jiru ibsame.
Jiraattonni magaaalaa Buraayyuu OMNf yaada isaanii kennan, loltoonni mootummaa konkolaataa 50 caalaan gara lixa Oromiyaatti wayita darban arguu himaniiru.
Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/21425/