19/11/2017
Dhaabatni keenya bara 2010 bifa adda ta'en maamiltoota keenyaaf iddo jiraniti deemuun tajaajila hojji herregaa kennuf qophaa'ee jira. Maal fayyadamuu barbaaduu?
1. Hojjatoota keesanif Miindaa
2. VAT ji'a ji'aan
3. Qabanaa galmee herregaa
4. Baasii fi galii qabachuu fi too'achuu
5. Gibira waggaa hojjachuu
Wanta barbaadanif 0925 69 75 75 irrati nuf bilbilaa gaafii keesanif deebii argatuu. Galatoomaa!!