Barnootaa Ammas Barnoota

Barnootaa Ammas Barnoota Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Barnootaa Ammas Barnoota, Business service, Asebe Teferi.

31/10/2023

Congratulations!
Waajjirri Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa meeshaa hojii kominikeeshinii bu'aa qabeessa hojjechuuf gargaaru Laptop badhaafame.

Hojiin waajjira komunikeeshinii inni guddaan mootummaafi ummata giddutti riqicha ta'uun walhubannaan sirrii akka jiraatu taasisuudha. Akkasumas odeeffannoon waqtaawaa, qulqulluu, dhugaafi amanamaa ta'ee hawaasa biraan qaqqabsiisuuf hawaasni keenya sochii siyaas-dinagdeefi hawaasummaa keessatti hirmaannaa hubannoo irratti hundaa'e akka qabatuu taasisuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Bu'uuruma kanaan Waajjirri Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaa raawwii hojii bara 2015 keessatti hojjetaa turren Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa meeshaa hojii kominikeeshinii bu'aa qabeessa hojjechuuf gargaaru Laptop bahaafameera.

Badhaasa Laptop kanas Ittigaafatamaa Waajjira Kominikeeshinii Godinichaa Obbo Fariid Isaaq Ministiraa Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa Obbo Kebede Desissa fi Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hailu Adugna harka fuudhaniiru.

Karoora hojiilee ittaanuu galmaan gahuuf calmatti miira xiiqiin hojjechuun badhaasa dabalataaf ofqopheessuuf nu gargaaraa!!

14/10/2023

"ቀይ ባህር ለኢትዮጵያ የህልውና ጉዳይ እንጂ ቅብጠት አይደለም"
ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

14/10/2023

Alaabaan Keenya, Mallattoo Waloomaafi Birmadummaa Keenyaati!

14/10/2023

Alaabaan Keenya Mallattoo Eenyummaa, Bilisummaafi Kabaja Biyya Keenyaati
-----------
Biyyi tokko biyya jedhamuuf Alaabaa isa ibsu kan sadarkaa idila addunyaatti ittiin beekamtu qabaachuu qabdi. Kanaanis, eenyummaan biyyichaa ibsama. Sadarkaa addunyaattis Alaabaan seenaa yeroo dheeraa kan qabu yoo ta'u hiikni hedduunis itti kennama. Sadarkaa biyya keenyaattis halluun alaabaa magariisa, keelloofi diimaa ta'uu isaa hordofuun biyyoonni Afrikaa hedduun koloniin booda Alaabaa isaaniif halluu kana fayyadaman hedduudha.

Yeroo dhiyoo asitti hundeeffama Heeraa Mootummaa Rippabilikaa Dimokiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa waliigaltee sabaafi sab-lammootaa jedhamee kan beekamu hordofuun guyyaan Kabaja Alaabaa waggaa waggaan adeemsifamaa jira. Urjiin halluu cuquliisaan walakkaa Alaabaa Itoophiyaa irra jirus walqixxummaa, bilisummaafi sabdaneessummaa sabootaa, sablammootaafi uummattoota biyya keenyaa kan ibsudha.

Akka addunyaattis biyya keenya dabalatee biyyoonni 52 ta'an kaba Guyyaa Alaabaa isaanii wagga waggaan kan gaggeessan ta'uu ragaaleen garaagaraa ni ibsu.

Haaluma kanaan akka biyya keenyattis kabajni Guyyaa Alaabaa akka taasifamu Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataan murtaa'uun waggaa waggaan kabajamaa jira. Innis ji'i Onkolooleessaa galee torban jalqabaa keessa akka kabajamu kan murtaa'edha. Akka Oromiyaattis kabajni Guyyaa Alaabaa kun sadarkaa Naannoo, bulchiinsa magaalotaafi Godinaaleetti sagantaa garaagaraan ni kabajama. Kaayyoon isaas dhaloonni maalummaa alaabaa beekaniifi jaalala biyyaa qabaachuun akka guddatan taasisuuf yaadameetu.

14/10/2023
14/10/2023

The Prosperity Party's firm commitment to Ethiopia's access to the Red Sea , rooted in peace, cooperation, and progress

1. Peaceful Approach: Our guiding light is peace. We advocate for dialogue, negotiation, and diplomacy as the means to secure Sea access. Global harmony and cooperation are the driving forces behind our pursuit of peaceful solutions.

2. Mutual Prosperity: Positive relations with our neighbors are central. Our vision centers on cooperation and collaboration, with a focus on ensuring that access to the sea benefits Ethiopia while contributing to the prosperity of our neighboring nations. It's about creating a win-win scenario for regional stability and development.

3. Respect for International Law: Our dedication to sea access is deeply rooted in international law and norms. We stand by a solution that aligns with globally recognized legal principles. By upholding these standards, we strive to set a positive example of responsible global governance and international relations.

These principles embody our unwavering commitment to a peaceful, cooperative, and lawful approach in the pursuit of Red Sea access. Our ultimate goal is to maintain harmonious relations with neighboring countries and the global community.


14/10/2023

ኢትዮጵያ የሕዝቦቿ ሁሉ የዘመናት የመስዋዕትነት ውጤት እንጂ የአንድ ትውልድ ርእዮትና ኘሮግራም ውጤት አይደለችም፡፡

በእያንዳንዳችን እምነትና አመለካከት በተገነባ ዓለም ውስጥ መኖር ባንችልም በአመዛኙ በምንስማማበት ዓለም ውስጥ መኖር ተስማሚ ብቻ ሳይሆን ሰላምንም የሚፈጥር፣ እድገትን የሚያፋጥን ወሳኝ ሂደት ነው፡፡

ሁሌም ትናንት መኖሪያ ሳይሆን መነሻ ስንቅ፣ ዛሬ ተጨባጭ እውነት፡ ነገ ደግሞ ተስፋ አድርገን የምንይዘው መጭ ሀብት ሊሆን ይገባል፡፡

በአሮጌው ተደስተንና ረክተን በምቾት መኖራችንን በማቆም፣ በእያንዳንዱ ዕለት የላቀውንና ከፍ ያለውን ዓለም በመመኘት፣ ለእርሱም እውን መሆን መታገል ያስፈልጋል፡፡ ወደላቀው የከፍታ ስፍራ መውጫው መንገድ ከትናንት የመላቀቅ ፍላጎትና የእኛ ፍቃድ እንጂ ሌላ አይደለም፡፡

መደመር ገጽ 269

14/10/2023

"የዛሬ ሃምሣ እና ስልሳ ዓመት ኃይለስላሴ ስለአባይ ሲያወሩ አታስበው ትነካትና ወዮውልህ ፤ ትሞክራትና ወዮውልህ ሲባሉ ፣ እኔ አሁን አቅም የለኝም ፤ ልጆቼ ይሰሩታል። አሁን ቀይባህርን ትነካትና ትለኛለህ እኔ አቅም የለኝም ልጆቼ ያመጡታል! አሁን አይቻልም ማለት ነገ አይቻልም ማለት አይደለም!" - ጠ/ሚ ዐቢይ አሕመድ

ታሪክ ራሱን ደገመ ፤ ታላቅ ጉዞ ዛሬ ተጀመረ!

11/10/2023

Address

Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barnootaa Ammas Barnoota posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share