01/07/2025
Aalima waa hunda keysatti fakkenya godhannu kan ilmii keysatti hiriyaa qabne kan osoo irra guddaa laffaatii isaa nutti as hin baasin gara fuula Rabbii deeme erga aakhiramee waggaa 1 fi canaa gahee jira Rabbiin Rahmata haa godhuuf.
Namuutuu waluma booda aana malee hafiinsi hin jiru ..
Sheikh Ali Hasan Shune ti Barsiisaan Isaa Sheikh Ahmad Watar , Sh Aadam Tuulaa , Sh Ahmad Bule fi kkf Ulamoota Biyya kenyaa Irraa .