Osama kasim

Osama kasim Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Osama kasim, Business service, Deder.

05/11/2024

Jirtu ummata qa qaali

28/07/2024
"Arbaa fi Sareen ollaa waliin turan. Gaaf tokko Sareen ani ulfaayee jetteen, Arbis anis ulfaayee jedheen. Ji'a sadi bood...
18/07/2024

"Arbaa fi Sareen ollaa waliin turan. Gaaf tokko Sareen ani ulfaayee jetteen, Arbis anis ulfaayee jedheen. Ji'a sadi booda sareen ni dhalte, Arbi ulfi isaa hin mullatu ture, ji'a jaha booda Sareen marsaa lammaaf dhalte, ji'a Sagal booda Sareen marsaa sadiif dhalte. Kaate Arba bira deemtee maal anoo marsaa sadi dhalee ati tokkollee hin dhallee maal ulfaayuu kee sobde moo jennaan Arbi ani kan ulfaaye Arba malee Saree miti gaaf dhalu lafa sossoosa, Addunyaan ilmoo koo bahee dawwata jedheen. Kanuma guddiffadha harraaf!



jollen jollee tessani bo Jolleen jolle madda jaalalaati Jollee jaalala malee jibba hin beyne
11/06/2024

jollen jollee tessani bo
Jolleen jolle madda jaalalaati
Jollee jaalala malee jibba hin beyne

Address

Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Osama kasim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share