Adinaan dinaa

Adinaan dinaa Yaa rabbi galan ketti

08/04/2026
07/04/2026

darbii sii fayyaduu malaa

23/03/2026

Waan Ajaa'ibaa Biyya America 🇺🇸 Tokko Akka ja'etti Islaamummaan tun Akka nuti yaadaa jirruu miti Saffisaan baballachaa jirti Europe fii Ardiilee hunda dabalatee Ganaadha Addunyaa guutuu fudhattee Addunyaa guutuutti Murtee isiitiin irratti murteessuuf deemti ja'e Erga dhugaa jirtu Argee Islaamummaa fudhatee dooba

Dhugaa isaati Islaamummaan Hammuma isii Tuttuqanii Ergamaa addunyaa guutuu nabi muhammad SAW Maqaa balleessuu yaalaniin Namoonni hedduun Gara Amantaa Qulqulluu fii dhugaa Islaamummaa fudhataa deema

Obboleettiin Teenya Tun dhiheenyuma Guyyaa muraasa dura Gara Islaamummaatti dhufte Rabbi Sabaata haa kennuuf ja'aa Du'aa'ii godhaaf Hubadhaagaa Islaamummaan guddatuu malee hordoftoonni isiitis heddummaatuu malee hin hir'atu Namoota Amantaa dhugaa barbaadan hunda gara Islaamummaatti Rabbi haa fidu jenna
Toltu Multimedia Production

03/03/2026

゚viralシfypシ゚viralシ
nafiille godhaa 😝😝😝😝😝😝😝😝🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪👇👇👇

28/02/2026

゚viralシfypシ゚viralシ

Address

Dire Dawa
Dire Dawa
AAAAA

Telephone

+251946488009

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adinaan dinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Adinaan dinaa:

Share