hustoabdurazak

hustoabdurazak Democrat

Taayyeen eessa bade? minilikiif  magaalota hundatti siidaa dhaabuuf qophii godhuuf bade moo?
16/12/2023

Taayyeen eessa bade? minilikiif magaalota hundatti siidaa dhaabuuf qophii godhuuf bade moo?

16/12/2023

waliingalluratti walii galuuniis waliigalteedhuma silaa

11/11/2022

We would like to offer condolences on the passing of legendary singer and songwriter Ali Birra to his family, friends, and fans. He proved music has the power to transcend culture and language.

Mariin Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaatti Ajansii Dhimma Hawaasa Misoomaaf kaafamuu waliin goone milkaa'aa ture.Wa...
11/11/2022

Mariin Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaatti Ajansii Dhimma Hawaasa Misoomaaf kaafamuu waliin goone milkaa'aa ture.
Waan dheeyneefi olittii kabaja, miira ittii gaafatanummaa ummata tajaajiluu, sabboonnumaa fi waa heedhuu irraa baranne.
Miseensoota maaneejimantii Ajansichaa Baayyee haa galatooman galatoomaa jennaan
Isiniis naaf galatoomfadhaa.

Innaanillaahi wainnaaa ileehi raajiuunAdeeroon gara fuula rabbii godaanan jennaan niin nahe.Rabbiin haa araaramuuf
06/11/2022

Innaanillaahi wainnaaa ileehi raajiuun
Adeeroon gara fuula rabbii godaanan jennaan niin nahe.
Rabbiin haa araaramuuf

28/10/2022

Haillesillaaseen amantaa Muslimaa balleessuuf ifaajee ifaajee dhagaan inni gara hin galchin hin turre.fkn maqaan islaamaa akka malee dhoowwaa ture garuu hin dandeenye Garuu boodarra dhabnaan Amintiin kan dhunfaa bayyi kan waliiti jedhee labsuudhaan muslimoonni salaata iidaa dirreerratti walgahanii akka saladin misgiida akka ijaarratan heyyameef.
Kuni namuufuu barnoota irraa waan barataniif

Innaa lillaahi wa'innaa ileehi raajiuun.Sheeka keenya rabbiin saddatan jannataa haa kennuuf
18/10/2022

Innaa lillaahi wa'innaa ileehi raajiuun.
Sheeka keenya rabbiin saddatan jannataa haa kennuuf

16/09/2022

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915738567

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when hustoabdurazak posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to hustoabdurazak:

Share