Walif Tube

Walif Tube Simannaa Baandii fi hawwisoo Afran-Qalloo tamsaasa kalattii daawadhaa

27/03/2025

Jalaataman Obbaleysi Keenya Khada Yusuf Germanirraa Qarshii 50,000 Kilabii Kenyaaf Arjome. Obboleeysa Keenya Khada Yusuf Guddaa Galatoomi Rabbiin Bakkaa Irraa Baftee sif Haa Gutuu Barakhaa Ramadannii Qabuu Arkaadhuu Sin Jennaa.Ammas Irraa Debinee Maqaa Kilabii Qabrijooleetiin Guddaa Galatoomi

27/03/2025

Jalaataman obbaleysi keenya Fowzi Khaxari Awstaraliyarra irraa Qarshii 10,000 kilabii kenyaaf Arjome. Obboleeysa keenya Fowzi Maqaa Kilabii Qabrijooleetiin guddaa Galatoomi Rabbiin Bakkaa Irraa Baftee sif Haa Gutuu jenaan.

27/03/2025

Jalaataman obbaleysi keenya Raajuu Jamaal Canada irraa Qarshii 10,700 kilabii kenyaaf Arjome. Obboleeysa keenya Raajuu Maqaa Kilabii Qabrijooleetiin guddaa Galatoomi Rabbiin Bakkaa Irraa Baftee sif Haa Gutuu jenaan.

27/03/2025
19/01/2022

Muhaadaara Sheikh Amin Ibroo mMagalaa Dirre Dhawaa Masjida Dawwee Ammistaanya kutaa 1ffaa

Oduu GadaaArtistii fi hayuun keenya boqote jira Nuhoo Goobanaa.Wareen ifaa Aartii Oromoo qabsiisan keessa tokko kanbtahe...
19/01/2022

Oduu Gadaa
Artistii fi hayuun keenya boqote jira Nuhoo Goobanaa.
Wareen ifaa Aartii Oromoo qabsiisan keessa tokko kanbtahe Nuhoo Goobana kaleeysa du'aan addunyaaraa boqotani jiran.
Rabbi Rahmata haa godhuuf.

Wagoota 8 booda gara geeba Afrikaa kan deebi'e tuutni biyyaaleeysa Itoophiyaa tapha jalqabaa galgala arraa Amajjii 1,201...
09/01/2022

Wagoota 8 booda gara geeba Afrikaa kan deebi'e tuutni biyyaaleeysa Itoophiyaa tapha jalqabaa galgala arraa Amajjii 1,2014 Keepvardee waliin sa'a 4:00 taphata.
Tuuta biyyaaleeysa Itoophiyaatiif Carraa gaarii hawwina.

Waldorgomiin Biskileeta kornaya garagaraatiin gaggeeyfame.Sadarkaa C, B, deegartoota kilabii Kanamaa Dirree Dhawaa, dorg...
09/01/2022

Waldorgomiin Biskileeta kornaya garagaraatiin gaggeeyfame.
Sadarkaa C, B, deegartoota kilabii Kanamaa Dirree Dhawaa, dorgomtoota Biskileeta durattii fi Koorsii Olaana jidutti dorgomiin gaggeeyfame jira.
Dorgomichi Diyaaspooraa biyya alaaraa waamicha Mummee Ministeeraa qeebaluun dhufan sababeeyfachuun diree Kaziiraatti kan gaggeeyfame yoo tahu sochiin kun fuulduraas kan itti fufu tahuun beekame jira.
Dorgomicharatiis Komishinari Komishiinii dargaggoo fi ispoortii bulchiinsa Dirree Dhawaa Firanool Bulchaa fi hogantoonni Komishinicha hirmaatani jiran.

Obbo Jawaar Mahamad dabalatee hidhamtoonni siyaasa Oromoo arra mana hidhaara had lakifaman.Obbo Jawaarii fi Baqala Garba...
07/01/2022

Obbo Jawaar Mahamad dabalatee hidhamtoonni siyaasa Oromoo arra mana hidhaara had lakifaman.
Obbo Jawaarii fi Baqala Garbaafaan erga halkanaawe him baanu jechuun amalee mana hidhaa Qaalitiira him baane boru garuu hawaasa isaan yaadetti ni makaman ja'ame eegama.
Baga nagayaan baatan Janna

06/01/2022
Doktarri Kabajaa Artisti Alii Birraa dhukkubsatee Hospitaala Jeneraalaa Adaamaatti wal'aanamaa jira.Waggoota 60 oliif af...
06/01/2022

Doktarri Kabajaa Artisti Alii Birraa dhukkubsatee Hospitaala Jeneraalaa Adaamaatti wal'aanamaa jira.

Waggoota 60 oliif afaanoota garagaraatiin waltajjii muziqaa Oromoo fi Itoophiyaa miidhagsaa kan ture Artisti Alii Birraa dhukkubsachuun Hospitaala Jeneraalaa Adaamaatti wal'aanamaa kan jiru yoo ta'u, Komishinarri Komishinii Gumrukaa Dabalee Qabataas hospitaalicha deemuun gaafachuusaanii komishinaricharraa odeeffanne jirra.

Komishinarichis Aliin fayyee gara hojiisaafi ummata isa jaalatutti akka deebi'uuf hawwiisaanii ibsani jiran.

Artist Alii Birraan Artiin Oromoo akka lafa qabattu wareegama guddaa kafaluun sadarkaa kana gahe kanaaf nama Hawaasa isaatiif hojatte kana osoo lubbuun jiruu yaadachuu fi yaadannoo isaan malu godhuun barbaachisaadha Oromiyaa fi magaalaan Dirree Dhawaatis dhimma kana itti yaadu qaban janna.

Alii keenyaas Rabbi ha fayyisu

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915437728

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walif Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Walif Tube:

Share