A. Diree page

A. Diree page ab

02/10/2022
20/09/2022

መልካም የሥራ ሳምንት ይሁንላችሁ!
Torbee Hojii gaarii isiniif haa ta'u!

10/09/2022
Haati Manaa gaariin mandara Iimaanaati. Qe'ee jaarmaya islaamaati, Utubaa diiniiti, Oomisha dhaloota hegereeti.Haati man...
25/08/2022

Haati Manaa gaariin mandara Iimaanaati. Qe'ee jaarmaya islaamaati, Utubaa diiniiti, Oomisha dhaloota hegereeti.

Haati manaa gaarii qananii jiruu duniyaati, Dasii ijaati, Satrii fi gaachaana Abbaa manaati.

Haati manaa gaariin qoricha dhibeeti. Wal'aantui qaamaa qalbii Abbaa manaati. Walakkaa iimaanaa Abbaa manaati.

Haadha manaa (Jaartii) gaarii jechuun ta kitaaba sunana qaraate jechuu miti, Tan halqaa ilmii hunda hordofte jechuu qofaa miti, tan Yeroo ilaalan islaama if fakkeessite jechuu qofaa miti.

Haadha manaa gaarii Abbaa manaatu beeka. Tan Abbaan manaa ishiin gaariidha jedhee itti amaneedha.

Isa duraa fi boodaan Namusa ishii tikfachudhaan gahumsa ishii abbaa manaa ishiitti agarsiisuudhaan.

Jaalalaa fi Kunuunsa gaarii Abbaa manaa ishiitiif kennuudhaan, Haala fi amala gaarii qabaachuudhaani.

Abbaan manaatis akkuma olitti kaasne kana. Dubbiin aalimaa fi Huffaaza ta'uu bira hin jirtu.

Dubbiin madawwaraa fi imaamaa akkasuma kalooytaa itti tuqanii deemuu keessa qofa hin jirtu.

Dubbiin areeda dheeressanii kofoo gabaabsanii deemuu qofa keessa hin jirtu. Haalaa fi Amala bareedaa haati manaa irraa jaalattu yoo hin qabaanne wantoonni gaggaariin olitti eerre kun Abbaa manaa gaarii isa hin godhu.

Yaa Allah Abbaa manaa gaarii nu godhi. Haadha manaa gaarii nuuf kanni 🤲

06/05/2022

Beautiful creatures

09/01/2022
22/09/2021

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when A. Diree page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to A. Diree page:

Share