10/01/2025
Gurbaa tokkoo salaatu turee, warri akkaata salaata isaa kana arkan hedduu itti gammadanii waa'e isaa haasawan... gurbaan hoggaa dubbii isaani dhagahu salaata isaa jidduun muree akkana je'e
" Achirraan soomanaas niin qabaa quba qabaadha" je'een.