Keen Boon

Keen Boon Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Keen Boon, Business service, Oromoyaa, Harar.

24/06/2024

Warra Oromoof jiraatee, guca aartii Oromoo qabsiise keessaa tokko kan ta’e, Artisti Sorsaa Lammii du'aan addunyaa tana irraa boqote

Artists Sorsaa Lammii dhibee irra bubbuleen wal'anamaa turus Hospitaala Phaawuloositti guyyaa har'aa lubbuun dabartee jirti.

Sorsaan aartii Oromoo keessatti waggoota 30n darbaniif nama gumaacha olaanaa taasiseedha.

Soorsaan Aartii Oromoo guddisuu keessatti seenaaf duudhaa Oromoo bifa sirbaan, diraamaan, koomeedii fi beeksisa adda addaan Akkasumas Aadaa fi Afaan Oromoo guddisuu keessatti nama gahee ol'aanaa taphatedha.

Gumaachi Soorsaan saba isaaf godhe Artii qofaan osoon taanee, qabsoo Oromoo keessattis nama shoora guddaa taphataa ture ta’uu seenaan ragaa baha.

Ali Birra Foundation Launching Ceremony🥰🙏Sirna Baninsa Foundation  Dr Kabajaa Hayyuu fi Gameeysa Qabsaawaa Ar Alii Birra...
24/06/2024

Ali Birra Foundation Launching Ceremony🥰🙏

Sirna Baninsa Foundation Dr Kabajaa Hayyuu fi Gameeysa Qabsaawaa Ar Alii Birraa Arra Skylight Hotel'atti Gaggeeffameera.

Address

Oromoyaa
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keen Boon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share