Akrami Ame Bushra

Akrami Ame Bushra My name Ame Bushra yuya Ethiopia oromia hararge xulo woreda born 1980 my mather Halima yusuf My name Ame Bushra Bank worker live Ethiopia in siinqee Bank

25/07/2026

I'm on the weekly engagement list for Siinqee Bank.

15/07/2026

🌍 Maallaqa Roga addunyaa kamirrayyuu isiniif ergame karaa Baankii Siinqee salphaatti fudhadhaa!

Maallaqa Firaa fi Aantee keessan biyya alaa jiraatan irraa isiniif ergame saffisaan, haala amansiisaa fi salphaa ta’een fudhadhaa.
💸 Maallaqa keessan karaa armaan gadii isiniif ergame,
✅ SWIFT Code: SINQETAA
✅ Western Union
✅ Ria
✅ Dahabshiil
✅ Ethio Dash

Dameelee keenya guutuu biyyattii keessatti argamanitti dhiyaachuun, tajaajila maamiltootaa guutuu waliin maallaqa keessan salphaatti fudhadhaa.

Tajaajila Baankii idil-addunyaa Si’ataa, Amansiisaa fi Mijataa argachuuf Baankii Siinqee filannoo keessan taasifadhaa!

🌍 ከየትኛውም የአለም ክፍል የተላከልዎትን ገንዘብ በሲንቄ ባንክ በቀላሉ ይቀበሉ!

ውጭ ሀገር ከምኖሩ ወዳጅ ዘመድዎ የተላከልዎትን ገንዘብ በፍጥነት፣ በአስተማማኝ እና በቀላሉ ይቀበሉ።

✅ በስዊፍት ኮድ:SINQETAA
✅ በዌስተርን ዩኒየን
✅ በሪያ
✅ በደሃብሺል
✅ በኢትዮዳሽ የተላክልዎትን

በመላ ሀገሪቱ ባለው ቅርንጫፎቻችን ቀርበው በተሟላ የደንበኛ አገልግሎታችን ገንዘብዎን በቀላሉ ይቀበሉ፡፡

ለፈጣን፣ አስተማማኝ እና ምቹ ዓለም አቀፍ የገንዘብ መላኪያ አገልግሎት ሲንቄ ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ።

10/07/2026

Tajaajila baankii dhala irraa bilisa ta'ee fi qajeelfama Shari'aa irratti hundaa'e ‘Siinqee IHSAN’ fayyadamaa!

Juma'aa Mubaarak

በሸሪዓ መሪሆዎች ላይ የተመሰረተዉን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲንቄ ኢህሳን ይጠቀሙ!

ጁማ ሙባረክ


01/07/2026

Baga Bara Baajataa Haaraa 2026/27 Geessan!

Baankiin Siinqee Kabajamtoota Maamiltoota isaa, Michuuwwan daldalaa, qooda fudhattootaa fi hawaasa bal'aa hundaan Baga Bara Baajataa haaraan nagaan isin gahe jechaa, tajaajila Baankii fi Maayikiroo faayinaansii hunda galeessa fedhii maamiltoota isaa giddu galeessa godhate kennuun itti quufiinsa maamiltoota isaa mirkaneessuuf yeroo kamiyyuu caalaa kutannoon isin tajaajiluuf qophii ta’uusaa gammachuu guddaadhaan ibsa.

Nuwaliin waan hojjettaniif isin galateeffanna!

Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa'inaatti!

እንኳን ለአዲሱ የበጀት ዓመት አደረሳችሁ!

ባንካችን ለክቡራን ደንበኞቹ ፣ ለንግድ አጋሮቹ እንዲሁም ለባለድርሻ አካላት እንኳን ለአዲሱ የበጀት ዓመት (2026/27) በሰላም አደረሳችሁ እያለ፣ በአዲሱ የበጀት ዓመት ደንበኞችን ማዕከል ያደረጉ፥ ሁሉን አቀፍ የባንክ እና የማይክሮ ፋይናንስ አገልግሎቶችን በላቀ የደንበኞች አገልግሎት ለመስጠት ከመቼውም ጊዜ በላይ ዝግጁ መሆኑን ሲገልጽ የላቀ ደስታ ይሰማዋል።

አብራቹን ስለምትሰሩ ከልብ እናመሰግናችኋለን!

ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት!

Welcome to the 2026/27 Fiscal Year!

We at Siinqee Bank are excited to begin another year of growth, innovation, and meaningful partnerships. We warmly welcome our valued customers, business partners, and shareholders, and reaffirm our unwavering commitment to providing reliable, inclusive, innovative, and customer-centric Banking and Microfinance services.

Thank you for working with us!

Siinqee Bank
Empowered.Together

07/06/2026

Kaardiilee Baankii Siinqee fayyadamuun wiirtuuwwaan bittaa fi gurgurttaa, akkasumas, dhaabbilee tajaajilaa hundatti  mallaqqa callaa qabachuu utuu isin hin barbaachisin haala salphaan kaffaltii keessan raawwadhaa!

የሲንቄ ባንክ ካርዶችን በመጠቀም በሁሉም የገበያ ማዕከላት እና አገልግሎት ሰጪ ተቋማት ጥሬ ገንዘብ  መያዝ ሳይጠበቅብዎ  ክፍያዎን በቀላሉ ይፈጽሙ!

Use Siinqee Bank cards, enjoy instant, effortless payments at shopping and service centers.

              

04/06/2026

"Adeemsonni dimokraatawaan muuxannoofi haala baramaa ardii keenyaa faana walsimatoo akka ta'aniif dhaabbileen Afrikaa gahee olaanaa bahatu" -Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

26/05/2026

Baankiin Siinqee Hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaan Baga Ayyaana Iid Al-adahaa 1447ffan Nagaan isin gahe jechaa aayyaannichi kan Jaalalaa, Kan tokkummaa fi kan gammachuu Akka isiniif ta'u hawwa.

Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!

ሲንቄ ባንክ ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1447ኛዉ የኢድ አል-አድሃ በዓል በሠላም አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የአብሮነት፣ የመተሳሰብ እና የደስታ እንዲሆንላችሁ መልካም ምኞቱን ይገልጻል፡፡

ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት!

         

25/03/2026

With Siinqee Bank – I'm on a streak! I've been a top fan for 11 months in a row. 🎉

Address

Harar

Telephone

+251915451692

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Akrami Ame Bushra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Akrami Ame Bushra:

Shortcuts

Share