Olana Jemal Jibro

Olana Jemal Jibro public

02/08/2025

Obboleeyyan kee, ergasiis obboleeyyan kee, ergasiis obboleeyyan kee, yeroo hunda dursa kenni, isaantu dursa ergasii ilmi namaa hundi ni hordofa, jaalala kee keessatti, gahumsa kee keessatti, fedhii kee keessatti.. Sababni isaas İsaan jaalala maatii keeti dabalaan waan ta'aniif, jaalala dhugaa kan homaa hin jijiirre. Namni hundi jireenya kee keessatti miira fi ilaalcha siif qaban hundaan gadi bư'aadhaa.

Maatii kee qofa kan hanga dhumaatti si waliin turan, jaalalli akka jaalala obboleettii hin jiru, eegumsi akka nageenya abbaa fi haadhaa, akkasumas gargaarsi akka obboleessaa hin jiru.

16/07/2025
01/07/2024
28/04/2024
09/04/2024
23/01/2024

Address

Harar
HARAR.

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olana Jemal Jibro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Olana Jemal Jibro:

Share