Kilinika G/G Harmee

Kilinika G/G Harmee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kilinika G/G Harmee, Business service, near to Africa pharmacy, Hirna.

27/04/2024
02/03/2023

Kunnunsii hadholee ulfaa kun yoom egaluu qabaa?

Walumaagalatii kununsii yeroo ulfaa godhaamuu akkaa dhabaatnii fayaa adunyaa(WHO,2016) ibsuttii torbee 12n duraa kessatii egaluu qabaa.kanaa jechuun hatii takkaa ulfaa tahuu ishee akkumaa shakkiten garaa dhabataa fayaa demtee ulfaa tahuu ishee ergaa mirkanesitee bodaa qorannowan ulfaaf barchisan kan akkaa fincanii,dhigaa fi altirasawundii gochuun hordoofii ittii fuftii. Deddebiin isaatiis bu'aa qorannoo irratii hundahuun idoo lammatii qoodamuuu,isaanis hadhoolee hordoofii bu'uuraa(basic) fi wareen hordoofii addaa(ispeshalized) ittii fufanidha.wareen rakkoon fayyaa garaa hadholees tahee da'imatin irratii muldhatee deddebiin hordoofii isaanii heduu tahaa
Walumagalatii hadhooleen ulfaa qoranoo duratiin Rakkoo tokolee hin qabnee dhabatanii fayaa adunyaa yoo xiqatee yeroo 8 ogesaa fayaatiin illalamu qabuu jedhaa kunnis
1faa.....torban 12 duraa kessatii (ji'aa3)
2faa.....torbee 20ti(ji'aa 5)
3faa......torbee 26tii(ji'aa 6)
4faa......torbee 30tii(ji'aa7)
5faa.......torbee 34tii(ji'aa8)
6faa........torbee 36tii(ji'aa 8fi walakaa)
7faa.......torbee 38tii(ji'aa 9)
8faa......torbee 40faa dhaa.kanaa bodaa yoo hin denyee torbee 41faa lalaamun barbachisadhaa.
Hadhoolee kununsaa addaa barbadaan yeroo ittii annuu ilalaa hagasiif kanaa dubisaa obsaan naa egadhaa...

Ummataa kenyaa fayidalee kununsaa yeroo ulfaa kanaa bakkaa jirutii hubachisuun du'aatii hadhoolee fi da'iimanii yaa hirdhifnuu.

Fayaa tahaa(Dr mohamed ,ispeshalistii ulfaa fi gadamesaa)

02/03/2023

Hubannoo kununsaa yeroo ulfaa(ANC) irratii!!
1-Kununsaa yeroo ulfaa jechun malii???
2_Kayyon isaa ijoon hoo malfadhaa??
3_ tajjijilii hadhoolii ulfaa kun yoom kennamaa?

Debii isaa obsaan dubisaa!!

Akkumaa bekamuu jiruuf jirenyaa ilmaa namaa kessatii ulfii tatee bayee barbachisa tahee dhaa.hadhoolin ulfaa mattii isaani,hawasaa fi ogeyyii/dhabbilee fayaa irraa kununsaa barbachisaa argachuu qabuu.kunnunsii kuniis da'immaa fayaa qabessaaa osoo fayaa hadhaa hin midhiin argachuuf shoraa gudaa taphataa.

Kununsaa hadholii ulfaa jechuun ,Tajajjilaa fayaa hadholii ulfatiif ogesaa fayaatiin dhabbilee fayaa irraa bifaa qindayaa fi ammayawaa taheen kennamu jechuu dhaa.tajjajilaa kanaa kan addaa isaa godhuu hadhoolin ulfaa dhukubsatanii osoo hin tanee wanumaa ulfaa tahaniif qofaa kan argatanidhaa. Garuu akkumaa namootàa ulfaa hin qabnee tasaa yeroo ulfaa yoo rakkoon fayaa isaan mudatee yalaa/ittisaa wayitawaa isaan barbachiisuu nii argattu

Kaayyoo kununsaa hadhoolee ulfaa malii.

Kununsii hadhoolee ulfatiif godhaamuu kaayyoo gurgudaa 4 off kessaa qabaa
1_fayumaa hadhoolee eguu fi rakkole/dhibbee ulfaan wal qabatanii dhufaan yaluu/ittisuu.
2_rakkole ulfaan duraatii qabaanii fi yeroo ulfaa duraanii irratii isaan mudatee addan basanii bekkun yaluu/ittisaaf of qophesuu.
3.rakkolen yeroo ulfaa kannatii mudataan yoo jirataan hordoofanii tajjajilaa yaluu/ gorsaa barbachisaa lachuu.
4_hallaa fayumaa hadhoolee fi da'immaa ishee akkasumas Rakkoo yeroo hordoofii irratii muldhatee irratii hundahuun ,yeroo dahumsaa,akkataa dahumsaa fi idoo dahumsaa irratii qophii barbachisaa gochuudha.

Walumaagalatii kununsii hadholii ulfatiif kennamu kuun rakkoon akkaa isaan hin mudannee ittisuu fi yoo rakkoon mudatee ammoo yeroon hordoofiin addaan basuun yalaa/gorsaa yeroo isaa eggatee ,ogesaa ogumaa barbachisaa qabuun ,idoo barbachisaa tahetii argachuu qabuu.
Hadhooleen Tajajjilaa kanaa osoon hin argatiin hafaan rakkole kayoo armaan olii kanaa bu'uurefateef saxilamuu dandahuu ,kunii ammoo hadishees midhuu wan dandahuuf hordoofii yeroo fi idoo isaa eggatee argachuun bayee barbachisaa dhaa!!

Ittii fufaa.........

Address

Near To Africa Pharmacy
Hirna

Telephone

+251912808029

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika G/G Harmee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kilinika G/G Harmee:

Share