31/10/2025
Yeroo saddeet(8) ta bishaan dhuguun siif gaarii dhaa.
1. Yeroo hirriba kaate
, faayidaan isaatis qaama keenya si'eessuuf gargaara
2. Eega ispoortii hojjatte booda
, faayidaan isaa dhahannaa onnee keenya sirreessuuf nu gargaara
3. Daqiiqaa soddom/30 nyaata dura dhuguu
Faayidaan isaa akka nyaatni daakamu nuuf godha.
4. Qaamaa dhiqachuun duratti
, dhiibbaa dhiigaa xiqqeessuuf nu gargaara
5. Hirribaan duratti / gara siree deemuun duratti dhuguu
, kunis dhangala'a kara baayyeen nurra bahuu bakka buusuf nu gargaara
6. Yeroo dhukkubbiin sitti dhagahamuu
7. Yeroo dadhabde , anniisa sif taha waan taheef.
8. Yeroo nama dhukkubu naannawaa keetitti argamuu , akka ati infeekshinif hin saaxilamneef si gargaara
Fuula FB DR Mohammed Ibrahim wabeeffanne.