Kullu nafsin zaaiqatulmawt

Kullu nafsin zaaiqatulmawt Haqqan

26/03/2020
Alh Akkuma beekamu humni addaa waaqa biraa dhufuun dachiirabbiirraa wantoota haraama ta.an to.achuurra haga yoonaatti na...
26/03/2020

Alh Akkuma beekamu humni addaa waaqa biraa dhufuun dachiirabbiirraa wantoota haraama ta.an to.achuurra haga yoonaatti namoota kumaatamaan lakkaa.amu galaafachuun manneen sheriaan Alaa hedduu cufsiisuu.itti fufee jira maqaan hagganaa humna addaakun koronaa jedhama baayinni isaa hinbeekamu Addunyaa weeraree jira jaallannee jibbinee waraqaa mana murtee olaanaatii itti kenname ofirkaa qaba Abbaa inni fuudhee bahu Abbaaoliitu beeka utuun qabamin ummanni baay.een sodaa hamaakeessa jirra gaafa qabamnee fuula Abbaasreraa dhaabbanne waan balleessineef deebii maalii qabna laata kqnaaf utuu humni addaakun sibirangahin waan balleessine ofduuba deebinee yaadanne haatoobbannu yaa ikwaanal muslimiin

Address

Jimma

Telephone

+251991340849

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kullu nafsin zaaiqatulmawt posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share