๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“ ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž

  • Home
  • Ethiopia
  • Jimma
  • ๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“ ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž

๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“  ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“ ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž, Professional Networking, Jimma.

15/12/2023
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::Fooramiin Misooma Ogummaa Milkeessuu Keessatti Hirmaannaa Damee Dhuun...
13/12/2023

:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::
Fooramiin Misooma Ogummaa Milkeessuu Keessatti Hirmaannaa Damee Dhuunfaafi Sekteraalee Mootummaa Guddisuurratti Xiyyeeffate Gaggeeffame.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Mudde 03, 2016 (Komn.BCHUOO)- Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa Dhaabbata Miti Mootummaa GIZ waliin ta'uun fooramii misooma ogummaa milkeessuu keessatti hirmaannaa damee dhuunfaafi sekteraalee mootummaa guddisuurratti xiyyeeffate magaalaa Bishooftuutti gaggeessaa jira.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Kaayyoo fooramichaa kan ibsan Hogganaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa injiner Eebbaa Garbaa, misooma ogummaa milkeessuu keessatti gaheen damee dhuunfaafi sekteraalee mootummaa murteessaa ta'uu ibsuun, sagantichis haalota qaamoleen kunneen qindoominaan waliin hojjechuun abbootii qabeenyaa ciccimoofi dorgomaa ta'an horachuu dandeessisan uumuu irratti kan xiyyeeffate ta'uu himaniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Biirichi humna namaa gabaan hojii barbaadu baay'inaafi qulqullinaan horachuuf inisheetiivii "Oromiyaa Ogummeessuu" jedhu bocuun hojiitti hiikaa jira kan jedhan injiner Eebbaan, kana milkeessuufis gaheen sekteroota mootummaafi dhaabbilee dhuunfaa ol'aanaa ta'uu ibsaniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Fooramichis ogummaa dagaagsuu, carraa hojii bal'inaan uumuu, oomishaaf oomishtummaa industirii dabaluu, intarpiruunaroota heddumminaan horachuufi al-ergee dabaluun imala badhaadhinaa milkeessuu keessatti shoora ol'aanaa waan qabuuf hirmaattonnis milkaa'ina sagantichaaf kutannoon hojjechuu akka qaban injiner Eebbaan dhaamaniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Dhaabbatni GIZ Itoophiyaa dhaabbileen dhuunfaafi sekterootni mootummaa misooma ogummaa irratti qindoominaan akka hojjetaniif sagantaa bocee hojjechaa jiraachuu isaafis galateeffachuun idustiriiwwan leenjii walta'insaa gahumsaafi qulqullina qabu kennuun humna namaa ogummaan gahoomee hojiitti galu horachuu keessatti tumsa isaanirraa eegamu bahachuu akka qaban injiner Eebbaan dhaamaniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Dhaabbata GIZ Itoophiyaa irraa barreeffama ka'umsa marii kan dhiyeessan obbo Etbaarek G/Madiin, sagantaa kanaan fooramiin misooma ogummaa dhaabbilee dhuunfaafi sekteraalee mootummaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti hundaa'uun ergama qabame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta'uu himaniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
Saganticharrattis hoggantoonni sekteraalee MNO garaagaraa, Manni Maree Daldalaa Oromiyaafi abbootiin qabeenyaa naannichaa hirmaataniiru.
:::::::::::::::::::::***************:::::::::::::::///
"BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!"

:::::::::::::::************::::::        ๐‘ฒ๐’๐’๐’๐’†๐’†๐’‹๐’‹๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐‘ณ๐‘ป๐‘ถ  ๐‘จ๐’”๐’‚๐’๐’…๐’‚๐’‚๐’ƒ๐’๐’ :::::::::::::::************:::::::Sadaasa 28/2016  ...
08/12/2023

:::::::::::::::************::::::
๐‘ฒ๐’๐’๐’๐’†๐’†๐’‹๐’‹๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐‘ณ๐‘ป๐‘ถ ๐‘จ๐’”๐’‚๐’๐’…๐’‚๐’‚๐’ƒ๐’๐’
:::::::::::::::************:::::::
Sadaasa 28/2016 Kolleejjiin BLTO Asandaaboo Galii keessoo isaa guddisuuf bara 2016 karoorsuudhan hojechaa kan juruudha.
:::::::::::::::************::::::://
Kanaaf haaluma karoorseen hojitti jijjiiruuf guyyaa har'aa lafa duwwaa qonnaaf oolu kolleejjicha keessa jiruu qoteera.
:::::::::::::::************::::::://
Kolleejjicha keessatti hojii idilee leenjii ogummaa leenjisuun cinaat inisheetivitiwwaan garaagaraa mootummaan qabatee oomishaa jiruufi kanneen haara oomishuun hawaasa naannoo isaa biraan gahaa kan tureefi ammas oomishuudhaan hawaasa naannoo isaa fayyadamaa gochuudhaaf haal dureewwan barbaachisoo ta'an fixuudhan hijiitti galee jira.
:::::::::::::::************::::::://
Oomishaaleen kolleejjicha keessatti yeroo hojjetamaa jiranis kanneen akka:- Oomisha dammaa, oomisha habaabii marsaa 2ffaa fi kanneen biroo qabatee hojiitti galee kan jiruudha.
:::::::::::::::************::::::://
Kanaaf kolleejjiin keenya bakka hawaasni naannoo keenyaa ogummaa garaa garaa itti gonfachuudhaan hojii dhabdummaafi hojii eegatummaa keessaa bahuudhan carraa hojii uummachuu bira darbee namoota biroof carraa itti uumuu danda'uudha.
:::::::::::::::************::::::://
lammii Carraawwaan jiranittii fayyadamuudhan qaroomina fi guddina biyyaa isaa mirkanneessu keessatti gahee ol aanaa bahachuu danda'u bakka itti uumamuudha kolleejjin BLTO
:::::::::::::::************::::::://
Guddina biyya tokko keessaatti lammiin ogummaafi quuqama qabu barbaachisaa waan ta'eef kolleejjin keenyaa dargaggoota biyyi kun biyya kooti jedhee yaaduu irra darbee biyya kana ogumma qabuun guddina biyya isaa keessatti gahee isaa bahachuu danda'uu gahumsa sirrii ta'e qabu ogummaa garaagaraatin oomishee baasaa jira kolleejjin BLTO Asandaaboo.
:::::::::::::::************::::::://
Kanaaf karrii kolleejjii keenyaa yeroo kamuu namoota ogummaa leenji'uu barbaaddan hundaafuu banaadha isiniin jedha kolleejjiin BLTO Asandaaboo.
:::::::::::::::************::::::://
"Dafaa Kottaa Ogummaa Leenji'aa" isiniin jedha.

:::::::::::::::************::::::://
**:::** KBLTOAsandaaboo ** :::**

:::::::::::::::************::::::://

24/11/2023
Kolleejjii  BLTO  AsandaabooJiilli Itti Aanaa Bulchaa Bulchiinsa  Aanaa  Omoo Naaddaa Obbo  Nazo A/Maccaattii fi  Itti  ...
23/11/2023

Kolleejjii BLTO Asandaaboo
Jiilli Itti Aanaa Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Omoo Naaddaa Obbo Nazo A/Maccaattii fi Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Aanichaa Obboo Amiin Sh/Kalifaatin Durfamu Sadaasa 13/2016 kolleejjii BLTO Asandaabootti argamuun hojiiwwaan kolleejjicha keessatti hojetamaa turan dawwataniiru.
Daawwannaa kanarattii hojii leenjii idilee isaa ogummaa leeenjisuun cinaatti inisheetivitiiwwaan mootumaan hojetaa jiru garagaaraa kolleejjii keessatti hojetamaa kan turan dawwachuudhaan kan baayeee galateeffatanii hojiin kolleejjii BLTO asandaaboo inishetivitiiwwan hojechaa jiru kalaqaa fi qulqullina kan qabuu ta'uu ibsaniiru. Oomisha Hababii kollejjicha keessatti oomishame kun kalaqa haaraa ta'uu isaafi duraan naannoo biraa irraa dhufaa ture asitti oomishamuudhaan qonnaan bulaa keenya bira ga'uudhaan qonnaan bulaan keenyaa oomishuu akka danda'u haasawaa godhan irratti dubbataniruu. Kolleejjiin kun lammii ogummaa gonfateefi hojidhabdummaa hir'usuu baayee oomishee kan baasa jiru ta'uu ibsaniiru. Kanaaf kolleejjiin yeroo hundeeffama isaa irraa kaase sadarkaa amma irra jiru kanarra ga'ee arguu keenyattii baayee itti gamaduu isaanii himaniiru. Kanaan booda kolleejjii kana gara poolii tekinikaattii waliin ta'uun hawaasni aanichaa hundi ga'ee isaa bahachuu akka qabu ergaa dabarsaniiru. Marree hundi keenya kolleejjii keenya kana gara poolittii guddisuuf hundi keenya tumsa nurraa barbaachisu gochuu qabnaanis ergaa keenya.

Baayee Baayee Galatoomaa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Kolleejjii BLTO Asandaaboo
share share Gochuudhaan Waliin Ga'aa.

๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐ ๐š๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐š๐š ๐ช๐š๐›๐ฎ ๐Ÿ” ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ง ๐š๐ซ๐ ๐š๐๐ก๐ž:_**************1. Guddachuuf kufaatiin barbaachisaadha:Kufaatii ...
21/11/2023

๐๐š๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐ ๐š๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐š๐š ๐ช๐š๐›๐ฎ ๐Ÿ”
๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ง ๐š๐ซ๐ ๐š๐๐ก๐ž:_
**************
1. Guddachuuf kufaatiin barbaachisaadha:
Kufaatii fi milkaa'inni faallaa miti; isaanis qaama adeemsa sanaati.
********************
2. Yeroon rakkisaan barbaachisaa dha:
Jireenyi sarara sararaawaa miti; dalga gaarii fi hamaa ti. Yeroo rakkisaa taโ€™e hammadhu, sababiin isaas guddina, akka guddattuu fi galateeffachuu si barsiisu.
*****************************
4. Rakkoon yeroo hunda hamaa miti:
Obomboleettiin tokko tokko karaa kee qulqulleessuuf dhufu. Yeroo eessa akka deemtu murteessuu dadhabde rakkoon karaa qulqulleessee bakka deemtutti si qajeelchu ni uuma.
************************************
5. Jijjiiramni dhaabbataadha malee jijjiiramaa miti:
Yeroo hundumaa haala jijjiirama dhaabbataa keessa jirta. Haala kamiinuu bakka qubachuuf yaaltu hundatti taatee jijjiiramni si dirqisiisu uumamuu dandaโ€™a. Addunyaan akkasitti hojjeta. Haala version haaraa kee argachuu fi barachuu keessa jirta.
**********,*******************************
6. Anniisaa daangaa qaba; ogummaadhaan invast gochuu:
Lola kee ogummaadhaan filadhu. Addunyaa kana irratti karaan itti jiraannu kanuma. Gochi hundi deebii kee hin barbaadu. Gocha adda taสผeef deebiin ati kennitu jireenya kee keessatti sagalee sitti dhagaสผama. Kanaafuu, humna kee bakka itti invast gochuu barbaaddu filadhu.
*****************************************๐Ÿ’ซ
7. Waan hundumaaf galateeffadhu:
Jireenya guddaa jiraachuuf hustle kee cinatti jireenya nagaa jiraachuu irratti dagaaguu qabda. Wantoota xixiqqoo naannoo kee jiraniif yeroo galateeffattu gammachuun gatii xiqqaa ta'a. Kanatu namni dhuunfaa kamiyyuu wantoota xixiqqoo keessatti gammachuu argachuuf kaayyeffachuu qaba.

21/11/2023

ASTVETC

Sossochii  Simannaa  Kolleejjii  BLTO   Asandaaboo ::::::::::*************::::::::::::::::::**********Guyyaa  Har'a  Sad...
19/11/2023

Sossochii Simannaa Kolleejjii BLTO Asandaaboo

::::::::::*************::::::::::::::::::**********

Guyyaa Har'a Sadaasa 9/2016
Kolleejjiin BLTO Asandaaboo Sochii Simannaa Haaraa kan Bara 2016 Gaggeessaa Turee Guyyaa Har'aas Magaalaa Allee fi Magaalaa Guddattuu Boonayyaatti Godina Jimmaa Aanaa Omoo Naddaati Hawaasa Naannoo Sanaa fi Jirattota Magaalichaaf piromooshinii Hubannoo Uumuu Leenjistoota Kollejjiichaatin Kennaa Oolera Piromoshinii kanarratti kan Argaman :_

WCHUO Godina Jimmaa
Obbo Abdallahi
WCHUO Oromiyaa Keessaa
Obbo Yusuuf fi Obbo Zarihuun akkasumas Itti Gaafatamaan WCHUO
Aanaa Omoo Naaddaa Obbo Seefuu fi
Kantibaa Magaalaa Allee Obbo Abdaluu Waliin Ta'uun Magaalaa Alleetti argamuun kakka'umsa fi Hubannoo Uumamaa Jiru Jajjabeessaniiru
Kantiibaan Magaalaa Guddattuu Boonayyaa Obbo Ra'iis Nu Simachuun nu jajjabessaniruu

::* Baay'ee Baay'ee Galatoomaa !๐Ÿ™๐Ÿ™:::**

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“ ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐’Œ๐’†๐’…๐’Š๐’“ ๐‘ป๐’†๐’Ž๐’‚๐’Ž:

Share