Miftaahuu mahammad goobanaa

Miftaahuu mahammad goobanaa Waan Hundaa Kan Dursu Haqa Qofa

Suuraan kun ergaa jechoonni ibsuu hin dandeenye baatee jira! wanti fuula isaarra gadi yaa'u kun dafqa qofa miti, ulfaati...
11/03/2026

Suuraan kun ergaa jechoonni ibsuu hin dandeenye baatee jira! wanti fuula isaarra gadi yaa'u kun dafqa qofa miti, ulfaatina seenaa dhaloota darbee fi abdii dhaloota dhufuuti. akka namni tokko ba'aa ulfaataa baatee tulluu gubbaatti ba'uuf dhama'utti, inni immoo dhaloota kana gara badhaadhinaatti ceesisuu fi dhaloota jijjiirama fidu ijaaruuf dhiphachuu fi of-kennuu isaa agarsiisa!

thanks Maaruuf Abaadir

Naqamtee jirra Miidhagina Magaalaa naqamtee yeroo gabaabaa keessatti Milkaa'e.
24/02/2026

Naqamtee jirra
Miidhagina Magaalaa naqamtee yeroo gabaabaa keessatti Milkaa'e.

Ijaarsi Markaza Magaalaa Sheekii Godinaa Jimmaa Aanaa Dedoo jalqabamee jira. Namoonni waadaa seentan Ramadaana kana kees...
24/02/2026

Ijaarsi Markaza Magaalaa Sheekii Godinaa Jimmaa Aanaa Dedoo jalqabamee jira. Namoonni waadaa seentan Ramadaana kana keessa waadaa keessan guuttadhaa.
Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii
***
Hijraa 1000055510001
Raammis 1010058603001
Daashin 3947595618211
CBO 1041900364441
CBE 1000735392038
Hijraa 1000055510001
Awash 014251723927801

Dedo Bilal Mesjid

24/02/2026
24/02/2026
Egypt Itoophiyaan Ulaa Galaana akka argattu gargaaruuf yaada dhiyeessite!​Akka maddeen Kayiroo gaazexaa 'The Nationa-f h...
24/02/2026

Egypt Itoophiyaan Ulaa Galaana akka argattu gargaaruuf yaada dhiyeessite!

​Akka maddeen Kayiroo gaazexaa 'The Nationa-f himanitti, yoo Itoophiyaan dhimma falmii bishaan Abbaay irratti fooyya'iinsa agarsiifte, Egypt michuuwwan ishee biyyoota Afrikaa waliin ta'uun Itoophiyaan Ulaa Galaana akka argattu gargaaruuf qophii ta'uu ibsite!

Akka odeeffannoon kun kayiiroo irraa bahetti, ​yaanni kun torban darbe MM Dr Abiy Ahimadiif kan dhiyaate yoo ta'u, gama Waashingitanis ergameera jechuun Gaazexaa-n 'The National' gabaaseera.

Akka gabaasa gaazexichatti, Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, dhimma ijaarsa hidha Abbaay Itoophiyaatiin wal-qabatee qooda bishaanii Masri irratti falmii waggoota kudhaniif ture gidduu-galeessummaan furuuf (araarsuuf) fedhii qabaachuu isaanii beeksisaniiru jechuun ibseera.

Miftaahuu Mahammad Goobanaa

By : Maaruuf Abaadir

የኢቲሃድ አየር መንገድ ከአቡ ዳቢ ወደ አዲስ አበባ ዕለታዊ በረራ ጀመረአዲስ አበባ፣ መስከረም 28፣ 2018 (ኤፍ ኤም ሲ) የኢቲሃድ አየር መንገድ ከአቡ ዳቢ ወደ አዲስ አበባ የሚያደርገውን...
08/10/2025

የኢቲሃድ አየር መንገድ ከአቡ ዳቢ ወደ አዲስ አበባ ዕለታዊ በረራ ጀመረ

አዲስ አበባ፣ መስከረም 28፣ 2018 (ኤፍ ኤም ሲ) የኢቲሃድ አየር መንገድ ከአቡ ዳቢ ወደ አዲስ አበባ የሚያደርገውን ዕለታዊ በረራ በዛሬው ዕለት ጀምሯል።

የኢትዮጵያ አየር መንገድ ከኢቲሃድ አየር መንገድ ጋር በአቪየሽን ዘርፍ በጋራ መስራት የሚያስችለውን የስትራቴጂያዊ አጋርነት ስምምነት መፈራረሙ ይታወሳል፡፡

በሁለቱ አየር መንገዶች ስምምነት መሠረት የኢቲሃድ አየር መንገድ በዛሬው ዕለት ወደ አዲስ አበባ የሚያደርገውን ዕለታዊ በረራ ጀምሯል፡፡

በበረራ ማስጀመሪያ ሥነሥርዓቱ ላይ የኢትዮጵያ አየር መንገድ ዋና ስራ አስፈጻሚ አቶ መስፍን ጣሰው እንዲሁም የኢቲሃድ አየር መንገድ ዋና ስራ አስፈጻሚ አንቶናልዶ ኔቬስ ተገኝተዋል።

አቶ መስፍን ጣሰው በወቅቱ እንዳስታወሱት፤ ሁለቱ አየር መንገዶች ተባብረው ለመስራት በፈረሙት የመግባቢያ ስምምነት መሰረት ወደ ስራ ገብተዋል።

የአጋርነት ስምምነቱ ለኢትዮጵያ አየር መንገድ ተጨማሪ አቅም ነው ብለዋል።

የኢትዮጵያ አየር መንገድ በተመሳሳይ የዚሁ ስምምነት አካል የሆነውን በረራ ባለፈው ሐምሌ ወር ወደተባበሩት አረብ ኢምሬቶች ዛይድ ዓለም አቀፍ አውሮፕላን ማረፊያ በረራ መጀመሩ ይታወቃል።

እነዚህ አዳዲስ በረራዎች በተለይም የቱሪዝምና የንግድ ዕድሎችን በማስፋት ለኢትዮጵያ ኢኮኖሚያዊ እድገት ወሳኝ መሆናቸው ተጠቁሟል።

በኃይለማርያም ተገኝ

  ❤️💙🥰 Hogganaa sirrii itti Gaafatamttuu bufaata fayyaa magaala jimmaa kan turan Addee    Guyyaa Har'aa Muudama Haaraa G...
08/10/2025

❤️💙🥰
Hogganaa sirrii itti Gaafatamttuu bufaata fayyaa magaala jimmaa kan turan Addee Guyyaa Har'aa Muudama Haaraa Gaggeefameen I /Gaafatamtuu Waajjira fayyaa magaala jimmaa tahuun Muudamte jirti. Jabaadhu 👍👍

Bara Hojii Gaarii Siif Hawwinaa

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miftaahuu mahammad goobanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share