10/09/2021
"የተናገሩት ከሚጠፋ የወለዱት ይጥፋ" በሚል ማኅበረሰብ ውስጥ ነው ያደግነው። ቃል ኪዳን የዓለም ህልውና የተመሠረተበት ሥርዓት ነው። ሰው ከሰው፣ ሰው ከአካባቢው፤ አካባቢ እርስ በርሱ ተጠባብቆና ተግባብቶ የሚኖረው በቃል ኪዳን ነው። መንግሥትና ሕዝብ የሚኖሩት በቃል ኪዳን ነው። እንደ መንግሥትና እንደ ሕዝብ ለገባናቸው ቃል ኪዳኖች ታማኞች ከሆንን ሀገር ሰላም፣ ምቹና ባለጸጋ ትሆናለች። ድል የገቡትን ቃል በማክበር፣ ለቃል ታምኖ በመሥራትና ቃልን በተግባር በመግለጥ የሚገኝ ነው። ቃል ማክበር ካለ የድል ብሥራት አለ። ለኢትዮጵያ የገባነውን ቃል ኪዳን አድሰንና አክብረን፣ የኢትዮጵያን ድል እናበሥራለን።
Hawaasa "Kan dubbatan baduurra kan dhalchan haa badu" jedhu keessatti guddanne. Waadaan sirna jiraachuun addunyaa irratti hundaa'edha. Namni namaa waliin, namni naannawaasaa waliin, nannawaan waliisaatiin wal-eegeefi waliigalee kan jiraatu waadaadhaani. Mootummaafi uummanni kan jiraatan waadaadhaani. Akka mootummaafi uummataatti waadaawwan seenneef amanamoo yoo taane, biyyi nagaa, miijoftuufi badhaatuu taati. Injifannoon waadaa seenaan kabajuu, waadaaf amanamanii hojjechuufi waadaa sana gochatti jijjiiruudhaan kan argamudha. Waadaa kabajuun jiraannaan misiraachoon injifannoo jira. Waadaa Itoophiyaaf seenne haaromsineefi kabajne, misiraachoo injifannoo Itoophiyaa ni labsina.